Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eejansichi agoobaroota miiliyoona 3.1 bituun rabsaa jirra
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Eejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa agoobaroota miiliyoona 3.1 rabsuu eegaluu isaa beeksiseera.
Eejansichi agoobaroota birrii miiliyoona dhibba 1…
Walga’iin hoji raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 36ffaan banameera
Finfinnee, Amajii 28, 2012 (FBC) – Walga'iin hoji raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 36ffaan banameera.
Waltajjiin ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa irratti…
Koonfaransiin buna idil addunyaa 2ffaan har’a ni eegalama
Finfinnee, Amajjii 28,2012 (FBC)-Koonfaransiin buna Idil addunyaa 2ffaan qopheessummaa Ityoophiyaatin har’a Galma Barkumeetti ni eegalama.
Koonfaransichi mata duree "Buna biyya argama…
Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti itti aanaan hogganaa damee qabeenya uumamaa…
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayk Poompiyoon Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayk Poompiyoon Ityoophiyaa daawwachuufi.
Maayk Poompiyoon Gurraandhala 9-11, 2012tti Ityoophiyaatti…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan.
Haaluma kanaan;
1. Masfin Malaakuu; sadarkaa ministir deettaatti itti gaafatamaa…
Yuunvarsiitiin Goondar Kaameeraa nageenyaa hojii eegalchiise
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar nageenyaa barattootaa fi hojii baruuf barsiisuu karaa naga’aan itti fufsiisuuf Kameeraawwan nageenyaa 158 iddoo hicciitii…
Ministeerichi Tiraaktaroota 12 naannooleef gumaache
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa Tiraaktaroota qonnaa 12 qarshii miiliyoona 28tiin bituun naannaooleef gumaachuu isaa beeksise.
Ministeerichi…
Ityoophiyaatti namoonni arfan Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Yeroo 2ffaaf lammiileen Ityoophiyaa sadii fi laammiin Chaayinaa 1 Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e.
Lammiilee…
Weerara vaayrasii koroonaatiin balalii Chaayinaa dhaabun sirrii miti- Daandii Qilleensa Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Weerara vaayrasii koroonaatiin balalii gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun ittisa isaatif wabii akka hin ta'in hoji raawwachiisaan Daandii Qilleensa…