Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan duurfamu daawwannaaf Faransaay jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaatin duurfamu daawwannaaf Faransaay jira.
Daawwannaa kanaan itti gaafatamtoota…
Dhaabbileen barnootaa dhaloota biyya ijaaru uumuuf hojjechuu qabu
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Dhaabbileen barnootaa dhaloota biyya ijaaru uumuu keessatti qooda qaban ba'achuuf hojjechuu qabu jedhame.
Ministeerri Aadaa fi Turiizimii dhaabbilee…
Soomaaleetti shakkamtoonni karaa seeraan alaa shugguxii daddabarsan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Naannoo Soomaaleetti shakkamtoonni karaa seeraan alaa shugguxii daddabarsan guyyaa kaleessaa to’annoo jala oolaniiru.
Humni addaa naannoo Soomaalee…
Mariin Hidha Haaromsaa Ameerikaatti kaleessa eegalame har’as itti fufuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Mariin Hidha Haaromsaa Ameerikaatti kaleessa eegalame har'as itti fufuun gaggeeffamaa jira.
Walga'iin ministiroota Dhimma Alaa Ityoophiyaa,…
Newuzlaand filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 1.6 taasifte
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Newuzlaand filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 1.6 taasifteetti
Bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Tuurhaan…
Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kaarta abbaa qabeenyumma kilaboota Buna Ityophiyaa fi Qiddus…
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa ijaarsa istaadiyoomiif kan oolu kaarta abbaa qabeenyumma kilaboota Buna Ityophiyaa fi Qiddus Goorgisiif…
Ityoophiyaan damee siiviil aaviyeeshiniitin raawwii gaarii galmeessisteetti jedhame
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan damee siiviil aaviyeeshiniitin raawwii gaarii galmeessisteetti jedhame.
Jilli Dhaabbata Siiviil Aaviyeeshinii Addunyaa torbee tokkoof…
Namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta’uun isaanii ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta'uun isaanii ibsameera.
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii…
Shakkamtoota kuma 1 fi 600 ta’an seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne- obbo Birihaanuu Tsagaaye
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoota yakkoota garagaraan barbaadaman kuma 3 keessaa kuma 1 fi 600 seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne jedhame.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Namoonni karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddabarsaan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni lama karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddarsan to’atamaniiru.
Namoonni kun meeshaa waraanaa 17 mana jireenyaa…