Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee dhumaa qopheessuuf Kaartuumitti walga'aniiru.…
Paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’uufi
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti kan argaman paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’ufi jedhame.
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiiner Takkaalaa…
Kaffaltii daandiiwwanii irraa galii Birrii miilliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 92 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Interpiraayiziin kaffaltii daandiiwwanii Ityoophiyaa walakkeessa waggaa jalqabaa bara 2012tti galii Birrii miilliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 92 walitti…
Bara kana sararri ifaa daandii cinaa kumni 4 ol suphamuun tajaajilaaf oolaan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Bara kana sararrawwan ifaa daandiii cinaa kuma 4 ol suphuun tajaajilaaf oolchuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinnee beeksise
.…
Obbo Dammaqaan preezdaantii fooramii diinagdee addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee minsitiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin preezdaantii fooramii diinagdee addunyaa Boorg Bireend waliin mari’atan.
Haala qophii…
Dhaabbanni Hind; Afriikaab Ityoophiyaatti invast gochuu akka barbaadu ibse.
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Hind; Afriikaab Ityoophiyaatti invast gochuu akka barbaadu ibse.
Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Dooktar Akliiluu H/mikaa'eel…
Daa’imman hidha jallisii daakuuf seenan 3 lubbuu isaanii dhaban
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Magaalaa Dabra Birihaanitti daa'imman hidha jallisii daakuuf seenan 3 lubbuu isaanii dhaban.
Ittigaafatamaan Waajjira Poolisii Kutaa Magaalaa 1ffaa…
Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz qajeelfamoota garagaraa raggaasise
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz yaa’ii idileesaa 10ffaa, bara hojii 5ffaa waggaa 5ffaa gaggeesseen qajeelfamoota garagaraa qorachuun raggaasise.…
Jijjiirramaa fi guddina ariifataa Afrikaa mirkaneessuuf dargaggootaaf carraa hojii uumuu irratti…
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Jijjiirramaa fi guddina ariifataa aardii Afrikaa mirkaneessuuf dargaggootaaf carraa hojii uumuu irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu itti aanaan…
Yaada filmaataa ummataaf dhiyeessun barbaachisaa ta’uu paartileen siyaasaa beeksisan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Filannoo biyyoolessaarratti yaada filmaataa ummataaf dhiyeessun barbaachisaa ta'uu paartileen siyaasaa beeksisan.
Ityoophiyaan sirnoota…