Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galan
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) – Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galaniiru.
Jilli kun buufata xiyyaara Tewodroos Gondar si’a ga’u itti aantuun kantiibaa…
Ayyaanni Cuuphaa kutaalee biyyatti garagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa guyyaa har’aa hordooftoota amantaa kiristaanaan kutaalee biyyatti garagaraatti sirna ho’aan kabajamaa jira
Ayyaanichi naannoo Amaaraa…
Ergaa itti aanaan preezdaantii MNO obbo Shimmallis ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ergaa itti aanaan preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan.
Duraan dursee, hordoftoota…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa dabarsaan
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa dabarsaaniiru.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ummattoota…
Hoggansa olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65f muudamni laatame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Hoggansa olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65f muudamni laatame.
Muudamicha dhiyeessummaa muummee ministiraa fi ajajaa waliigalaa Raayyaa…
Koomiishiniin Poolisii Finfinnee poolisoota idilee 500 ebbisiise
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee poolisoota idilee 500 ebbisiise.
Koomiishinii Poolisii Magaalaa Finfinneetti Akkaadaamiin Poolisii…
Proojaktii jireenya naannolee gammoojjii fooyyessuu dandeessisurratti mari’atame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Proojaktii jireenya naannolee gammoojjii fooyyessuu dandeessisurratti mari'atame.
Proojaktichi bakka koreen dhaabbii dhimmoota qonnaa, horsiisee bulaa…
MM Dr Abiy Ahimad hoggansa raayyaa ittisaa waliin hojiilee misoomaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI waliin hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan.
Daawwii misoomaa…
Jaan Meedaatti(Urufa Boombii) bakki boqonnaa taabotaa qulqulleeffame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Hojiin bakka boqannaa taabotaa qulqulleessuu magaalaa Finfinnee Jaan Meedaatti (Urufa Boombii) gaggeeffame.
Sagantaa qulqullinaa kanarratti hordoftoonni…
Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo Goondaritti simataman
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Goondaritti Abbootii fi dargaggoota Gaamoof simannaan taasifame.
Imala nageenyaa taasisuun ayyaana Cuuphaa irratti hirmaachuuf abbootii fi…