Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidhaa sababa balaa uumamaan qaqqabu dandamachuuf hawaasni akka waltumsu dhaamame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017(FMC) - Rooba cimaa yeroo ammaa ittifufiinsaan roobaa jiru hordofee Godina Arsii Lixaa aanaa Kokossaa gandoota lama keessatti balaa bakakkaa uumameen beelladootaa…
Dargaggoonni leenjii Kooderootaa xumuran kumni 200 fi kumni 70 ol waraqaa ragaa fudhatan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Sagantaa Leenjii Kooderoota Miliyoona Shaniin dargaggoonni kuma 200 fi kuma 70 ol leenjii xumuruun waraqaa ragaa fudhachuun isaanii ibsame.
Guutummaa…
Qabeenya Ji’ootuurizimii fi Ji’oopaarki misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Qabeenya Ji’ootuurizimii fi Ji’oopaarki misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Dinagdee tasgabbeessuuf hojiileen milkaa’ina qaban hojjetamaniiru- Dooktar Iyyoob Takkaalliny
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban dinagdee tasgabbeessuuf hojiileen milkaa’ina qaban hojjetamuu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny…
Dargaggoonni dinagdeen akka guddataniif hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Dhaabbilee ciccimoo ijaaruun dargaggoonni dinagdeen akka guddataniif hojjetamaa akka jiru Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa ibseera.
Biirichi…
Dameeleen Abbootii qabeenyaa biyyoota alaatti cufaa turan banaa ta’uun inveestimeentii guddisaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa dabalatee dameeleen inveestimeentii abbootii qabeenyaa biyya alaatti cufaa turan banamuun inveestimeentiin alaa kallattiin…
Qormaatiilee Invastimantii alaa mudataa turan furuun haalli mijataan Uumameera-Pireezidaanti Taayyee
FinfinneeCaamsaa 4, 2017 (FMC)- Qormaatiilee invastimantii alaa mudataa turan furuun damichaaf haalonni mijataan uumamaniiru jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Godina Booranaatti midhaan lafa heektaara kuma 100 ol irratti faca’e kunuunfamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017(FMC) - Godina Booranaatti midhaan lafa heektaara kuma 100 fi kuma 35 irratti faca’ee kunuunfamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Bara kana rooba…
Fooramiin Idil-addunyaa “Invast Itiyoophiyaa” gaggeeffamaa jira
Finfinnee Caamsaa 4, 2017 (FMC)- Fooramiin Idil-addunyaa “Invast Itiyoophiyaa 2025” magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera.…
Biirichi milkaa’ina Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee Caamsaa 4, 2017 (FMC)_ Biiroon Qonnaa Oromiyaa milkaa'ina Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuu ibse.
Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa…