Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Opireeshinii Magaalichatti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa dhufuun ibsame
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Opireeshinii qindaa’aa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa jiraachuun ibsameera.
Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Bu’uuraalee Misoomaafi Invastimantii Eeshiyaa waliin…
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen durfamu walga’ii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaafi Baankii Addunyaa 2025 cinaatti Pireezidaantii…
Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniifi inistiitiyuutichi dhimmoota waliin hojjechuu danda’an irratti…
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) –Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniifi Inistiitiyuutiin Leenjii BarnootaTeeknikaafi Ogummaa dameewwan garaagaraan haala waliin hojjechuu danda’an irratti…
Sirna bulchiinsa sanyii biqiltuu diriirsuun oomushtummaa qonnaa guddisuuf hojjetamuu qaba –…
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Sirna bulchiinsa sanyii biqiltuu bu'a-qabeessa ta'e diriirsuun oomushtummaa qonnaa guddisuuf hojjetamuu akka qabu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo…
Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota ijoo biyyaalessaafi dhimmoota paartiirratti xiyyeeffatan irratti walga’ii gaggeessuu eegaleera.…
Itiyoophiyaa fi Moorookoon damee loltummaan tumsaan hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Moorookoon damee loltummaan tumsaan hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari’ataniiru.
Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa…
Qoodni Aksiyoona Itiyoo-Telekoom miiliyoonni 10 fi kumni 700 gurgurame
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Gurgurtaa Akisiyoonaa Itiyoo-Telekoom %10, qoodni aksiyoonaa miiliyoonni 10 fi kumni 700 gurguramuu Itiyoo-Telekoom beeksise.
Adeemsi gurgurtaa aksiyoonaa…
Biyyoonni miseensota Ergama Deeggersa Loltummaa Gamtaa Afrikaa Inteebeetti walga’ii taa’aa jiru
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Biyyoonni miseensota Ergama Deeggersaa fi Tasgabbii Loltummaa Gamtaa Afrikaa Inteebee Yugaandaatti walga’ii taa’aa jiru.
Itiyoophiyaa baka bu’uun jilli…
Humni Qilleensaa sadarkaa dhaabbata aviyeeshinii ammayyaa guutuutti guddate – Letenaanti…
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Haaromsa dhaabbatummaa cimaan kan ijaarame Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa sadarkaa dhaabbata aviyeeshinii ammayyaa guutuu ta’etti guddachuu isaa Letenaanti…
Waldichi haleellaa suukaneessaa gareen finxaaleyyii barsiisotarratti raawwatu balaaleffate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Waldaan Barsiisoota Itiyoophiyaa haleellaa suukaneessaa gareen finxaaleyyii naannoo Amaaraa keessa socho’u barsiisotarratti raawwatu balaaleffateera.…