Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Olaanaa Ejensii Anniisaa Atoomik Idil-addunyaa Maariyaanoo Giroosii…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Olaanaa Ejensii Anniisaa Atoomik Idil-addunyaa Maariyaanoo Giroosii waliin mari’ataniiru.…
Bulchiinsi Magaalichaa Gamoo hundagaleessa Mana Amantaa Ortodoksiif dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC )- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee sababa misooma koriidarii fi moofa’uun qabiyyee Mana Amantaa Ortodoksii diigamee ture bakka buusuuf Gamoo hundagalessa…
Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC)- Tajaajillli Barnootaafi Madaallii Qormaataa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa giddugaloota qormaataa hundatti eegaluu hubachiise.
Daayrektarri…
Mootummaan gaaffii uummataa deebisuuf har’as akkuma kaleessaa kutannoon hojjeta- TKM
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa, mootummaan gaaffii uummataa deebisuuf har’as akkuma kaleessaa kutannoon hojjeta jedhe.
Uummanni naannoo Amaaraa…
Godina Jimmaatti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaman
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Godina Jimmaa Aanaa limmuu kossaatti projektoonni misoomaa garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banamaniiru.
Pirojektoonni kunneen bakka Paartii…
Malaammaltummaan guddinaa fi misooma biyyaaf gufuudha- Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Ogeeyyii miidiyaalee fi Kominikeeshiniif leenjii kennaa jira.
Leenjichi mata duree "Miidiyaa…
Naannoo Amaaraatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC )- Hiriirri tarkaanfiilee mootummaan nageenya naannichaa waareessuuf fudhataa jiru deeggaru Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraa keessatti gaggeeffamaa…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa hojiilee misoomaa naannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa hojiilee misoomaa…
Magaalichatti sosochiin Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti qaama sosochii guyyoota 90 kan ta'e sosochiin addaa sadarkaa magaalaa Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale.
Sosochichi…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…