Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamaaggamni raawwii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufe
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa har’as itti fufee geggeeffamaa jiraachuun…
Damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin hojii bu’aa qabeessi hojjetame – TKM
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Walakkaa waggaa kana keessatti ajandaawwan ijoo mootummaa bu’uureessurratti Damee Miidiyaa fi Koominikeeshiniin hojiin bu’aa qabeessi hojjetamuu…
Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.
Giddugalichi kalaqa ogummaa kan…
Pireezidaanti Taayyeen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI fi Eegaa Olaanaan Dhaabbata Badhaasa Qulqullina Itiyoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan…
Yuuniivarsiitiin Dambi Doolloo qoranoowwan tekinooloojii biyya fayyadan hojjechaa jiraachuun himame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) - Yuuniivarsiitiin Dambi Doolloo dhaloota beekumsaan ijaarame horachuu bira darbee gama damee tekinooloojiin hojiiwwan biyya fayyadan gumaachaa jiraachuu…
Dooktar Alamuu Simeen Godina Arsiitti Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Amantaa waliin sagantaa Afxiraa…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Amantaa aanaa Martii fi magaalaa Angaadaa waliin…
Koreen Istiriingii galmoota misooma waaraa walga’ii taa’e
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Koreen Istiriingii galmoota misooma waaraa walga'ii taa'uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise.
Walga'icha Itiyoophiyaatti Qindeessaan…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolarraa ergameef fudhatan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolaa fi dura taa'aa yeroo Gamtaa Afrikaa Zyaawoo Looreensoorraa ergameef…
Yakkoota fi alseerummaa damee kenninsa tajaajila geejjibaan jiru xiqqeessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Yakkoota fi alseerummaa damee kenninsa tajaajila geejjibaan jiru xiqqeessuuf hojjetamaa jira, akka Ejemsiin Geejjiba Oromiyaa…
Abbootiin qabeenyaa giddu gala ce’umsa baadiyyaa keessatti hojii misoomarratti akka…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa giddu gala ce'umsa baadiyyaa keessatti hojii misoomarratti akka bobba'an Koorporeeshinin misooma Paarkiwwan Indaastirii Oromiyaa…