Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummanni Dinagdeen Cimuu qaba – Abbaa Gadaa Guyyoo Boruu
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Uummanni Dinagdeen Cimuu akka qabu Abbaan Gadaa Booranaa 72ffaan Guyyoo Boruun ibsan.
Uummanni Aadaa hojii jabeessuu akka qabuus hubachiisaniiru.…
Buufatnii fi Terminaalli Qaallittii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona10 oliin ijaaramuufi
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Ijaarsa buufataa fi terminaala Qaallittii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 10 oliin ijaaramuuf waliigalteen mallattaa’e.
Tajaajilli Geejjiba…
Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa fi Ejensiin Gumruukaa Xaaliyaanii tumsaan akka hojjetan ibsan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa fi Ejensiin Gumruukaa Xaaliyaanii tajaajila gumruukaa hariiroo daldalaa biyyoota lameenii madaalu kennuuf tumsaan…
Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Dhugaatii Keenyaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa fi Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf Gandoota Cimsuun murtessaadha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf caasaalee Gandoota Cimsuun murtessaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Naannoo…
Fooyyessi diinagdee gooroo indaastiriiwwan Itiyoo Injinariingi Giruuppi fayyadamoo taasisuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Fooyyessi diinagdee gooroo indaastiriiwwan Itiyoo Injinariingi Giruuppi bu’aa qabeeyyii taasisuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Giruuppichaa Ambaasaaddar…
Yuuniversiitii Jimmaatti Tola ooltoota kuma 1 oliif leenjiin kennamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministeerri Nageenyaa marsaa12ffaa Tola Ooltoota Kuma1oliif Yuuniversitii Jimmaatti leenjii kennuu eegale.
Leenjichi mata duree…
Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituufi jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituuf ta’uu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa beeksiise.
Kanneen keessaa 2 bara…
Piroofesar Birhaanuu Naggaan Gimbiitti Mana barumsaa moodeela ‘Biiftuu Gimbii’ jedhamu…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiitti Mana barumsaa moodeela sadarkaa 2ffaa 'Biiftuu…
Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamu eegale
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii…