Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni addaa farra shororkeessummaa dirqama isaa ga’umsaan raawwachuu danda’u ijaarameera-L/J Shuumaa…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Humni addaa farra shororkeessummaa homaan osoo hindaangeffamin dirqama isaa ga’umsa olaanaan raawwachuu danda’u ijaaruun akka danda'ame Ajajaan, Ajaja…
Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen Pireezidaanti Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Baacaa Dabaleen Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Baacaan…
Ministirri Dhimma Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Walga’ii Mana Maree Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 46ffaarratti hirmaachuuf…
Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa Daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, ijaarsi…
Sagantaan Simannaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaa eegalame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Sagantaan Simannaa keesummoota Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaa Hoji Raawwachiiftuu Gamtichaa, Walitti Qabduu Koree Biyyaalessaa fi…
Riifoormiin diinagdee Gooroo rakkoolee ijoo diinagdee furuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Riifoormiin Diinagdee Gooroo Mootummaan hojiirra oolche rakkoolee ijoo diinagdee biyyattii furuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Gamaaggamni raawwii…
Yaa’ichi milkaa’inaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Yaa’ii 38ffaan Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaan Mana Maree Hoji Raawwachiistuu gamtichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi…
Hojiin Misooma Koriidarii magaaloota naannoo Kibba Itiyoophiyaa 7 keessatti hojjetamaa jira – WMM
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Magaalota Naannoo Kibba Itiyoophiyaa 7 keessatti hojiin Misooma Koriidarii hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI ibseera.
Keessattuu…
Yaa’iin Gamtichaa giddugalummaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa daran haala mul’isuun keessummeessuuf…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 38ffaa giddugalummaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa daran haala mul’isuun keessummeessuuf qophiin taasifamuu Walitti Qabduun Koree…
Aadde Adaanech Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga’ii Idil Addunyaa Addis daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga'ii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.
Aadde Adaanech gama…