Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii dhalattoota Tigraay gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin marii dhalattoota naannoo Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatanii dhimmoota waqtaawaarratti gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin marii…
Waltajjiin marii Ajandaa walitti qabuu Naannoo Amaaraa kaleessa eegale har’as itti fufe
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) - Komishininiin Maree Biyyaalessaa Naannoo Amaaraatti waltajji marii boqonnaa ajandaa walitti qabuu kaleessa eegale har'as itti fufuun gaggeessaa jira.…
Ayyaanni shuwaaliid haala ho’aan kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) - Ayyaanni shuwaaliid hoggantoonni naannichaa fi federaalaa bakka argamanitti haala ho'aan kabajamaa jira.
Gartuuwwan aadaa Sabaafi sablammoota…
Riifoormii tajaajilaafi bulchiinsaa hojiirra oolchuuf kutannoo olaanaan hojjetamaa jira- Obbo Adam…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Sadarkaa biyyaalessaatti riifoormii tajaajilaafi bulchiinsaa hojiirra oolchuuf murannoo olaanaan hojjetamaa jira jedhan sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Dudhaalee hawaasummaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa Ayyaanni Shuwaaliid tokko- Salaamaawit Kaasaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Dudhaalee hawaasummaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa Ayyaanni Shuwaaliid tokko ta’uu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan gahuu akka danda’e Ministirri Ministeera…
Obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barii jijjiiramaarraa…
Misooma sululaa irraa fayyadamoo taaneerra – Jiraattota
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) - Godina Harargee Bahaa aanaa Baddannootti hojiin misooma sululaa waggoottan darban keessa hojjetaman naannawichi bakka duraaniitti akka deebi'u…
Ijaarsi mana barumsaa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ijaarsi mana barumsaa idileen duraa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalameera.
Manni barumsichaa Jibuutiitti Ambaasaaddarri…
Agarsiisni imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa maqaa gaarii naannichaa kan olkaasedha- Obbo Hayiluu…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Agarsiisni imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyoota sadan darban agarsiifamaa ture maqaa gaarii naannichaa kan olkaasedha jedhan Hogganaan Biiroo…