Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigaltee biyyaalessaa cimsuuf hojiileen eegalaman akka itti fufan aibsame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Waliigaltee biyyaalessaa cimsuuf hojiileen eegalaman akka itti fufan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa Olaanaa Mootummaa Dooktar…
Ji’oota 6’tti miseensota Buusaa Gonofaa miiliyoona 4.8 horachuun danda’ameera-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Ji’oottan Ja’an Darbanittimiseensotaa buusaa Gonofaa miiliyoona 4.8 hrachuun akka danda’ame Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan eeran.…
Hoggansi kuma 49 fi 300 ol sadarkaa Gandaatti ramadamuun ummata tajaajilaa jiru-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Gurmaa’iinsa Gandaa bifa haaraan hojiirra akka oolu taasifameen hoggansi kuma 49 fi 300 ol sadarkaa Gandaatti ramadamuun ummata tajaajilaa jiraachuu…
Sagantaa Ashaaraa magariisaa baranaaf biqiltuun biliyoona 1.4 qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017’f kan oolu biqiltuun biliyoona 1.4 qophaa'uun ibsame.
Naannoo Oromiyaatti Qonna Gannaan lafa heektaara…
Daayrektarri IMF Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyeev Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Daawwancharratti Ministirri…
Manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 9 fi 668 ijaarameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Ji’oottan ja’an darban Oromiyaatti manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 9 fi 668 ijaaramee xumuramuu ibsameera.
Mootummaan naannichaa xiyyeeffannaa…
Kirstaaliinaa Joorjiyeev Hojii uumtotaa fi hoggantoota damee daldalaa Itiyoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kirstaaliinaa Joorjiyeev hojii uumtotaa fi hoggantoota damee daldalaa Itiyoophiyaa waliin marii…
Pirojektoonni invastimantii kaappitaala Birrii bil. 93.5 galmeessan murtoo argataniiru-Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Pirojktoonni invastimantii kuma 4 fi 366 kaappitaala Birrii biiliyoonaa 93.5 galmeessanii fi carraa hojii kuma 329 ol uumuu dand’an boordiif dhiyaachuun…
Hojjettoota kuma 1 fi 763 irratti tarkaanfiin naamusaa fi bulchiinsaa fudhatamuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- NaannOo roomiyaatti baatiiwwna ja’an darban hojjetootaa rakkoo naamusaa agarsaiisaan kuma 1 fi 763 irratti tarkaanfiin naamusaa fi bulchiinsaa…
Oromiyaatti dargaggoota miiliyoona 1.3’f carraan hojii uumamuun liqiin Birrii biiliyoona 2.8…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti baatiiwwna ja’an darban Oromiyaatti dargaggoota miiliyoona 1.3’f carraan hojii uumamuun liqiin Birrii biiliyoona 2.8 mijeeffamuun…