Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Bulchiinsa Giddugala Qorannoowwan Teeknooloojii Afrikaa taate
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Bulchiinsa Giddugala Qorannoowwan Teeknooloojii Afrikaa taate.
Yaa’iin Mana Maree Bulchiinsaa Giddugala Qorannoowwan…
Dooniiwwan Xaa’oo kuntaala miliyoona 1.1 fe’an buufata qaqqaban
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Dooniiwwan Xaa'oo kuntaala miiliyoona 1.1 fe'an Buufata Jibuutii qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Hanga Amajjii 27,…
Dhiibbaa dhibee beelladootaa hubachuun rakkocha furuu barbaachisa-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Dhibeen beelladootaa dhiibbaa jireenya fayyaalessaa lammiileerratti qabu hubachuun rakkocha furuu akka barbaachisu Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo…
Raawwiin karoora kurmaana itti aanuu jijjiirama hiikoo qabu akka fiduuf miira itti gaafatamummaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Raawwiin karoora kurmaana itti aanuu jijjiirama hiikoo qabu akka fiduf miira itti gaafatamummaa olaanan kallattii fulduraa kan itti qopheessinudha jedhan…
Xaa’oon uumamaa tooniin miiliyoonni 11 ol faayidaaf oolfame
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Xaa’oon uumamaa tooniin miiliyoonni 11 ol faayidaaf oolfamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misoomaa Qabeenya Biyyee…
Aanaa Sabbaa Boruutti lubbuun namoota albuuda baasan 8 darbe
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Ganda Qanxichaatti namoota albuuda baasaa turanirratti lafti sigigachuun lubbuun namoota 8 darbe.
Taatechi kaleessa…
Gaaffii misoomaa ummataa bu’uureffachuun inisheetiivonni hojiirra oolfaman bu’aa galmeessaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Gaaffii misoomaa ummataa bu’uureffachuun inisheetiivonni hojiirra oolfaman bu’aa galmeessaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Konfiraansiin Nageenyaa fi Tasgabbii Dargaggoota Biyyaalessaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Konfiraansiin Nageenyaa fi Tasgabbii Dargaggoota Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
konfiraansicha Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Oromiyaatti gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaana 2ffaa bara 2017 Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Jilli miseensota biyyoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaatanii qophii jiru daawwate
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) - Jilli miseensota biyyoota Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaatanii haala qophii Magaalaa Finfinnee jiru daawwateera.
Miseensonni…