Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) –Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa Yaa'ii idilee 9ffaa Bara Hojii 3ffaa Waggaa 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Kantiibaan magaalichaa…
Hojiilee misoomaa qulqullinaafi ariitiin hojjechuun barbaachisaadha – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii paartiifi mootummaa Naannoo Oromiyaa kan baatiwwan jahaa bara 2017 Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.…
Seenessa waloo fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf ni hojjetama – Hoggantoota Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Seenessa waloo fi tokkummaa sabdaneessaa biyyaalessaa caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uu Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa ibsan.…
Obbo Adam Faaraah Kantiibaa Magaalaa Viiler Baan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministiraa Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Cheek damee indaastirii ittisaan Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Rippaablikiin Cheek Indaastirii Ittisaarratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsite.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Komishinara Nageenyaa fi Tasgabbii Siyaasaa Gamtaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Komishinara Nageenyaa fi Tasgabbii Siyaasaa Gamtaa Afrikaa Ambaasaddar Baankoolee Adi’ooyee waliin…
Israa’eel damee bishaanii fi inarjiirratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaan Ministira Bu’uuraalee Misoomaa fi Inarjii Israa’eel Alii Koohin waliin damee misooma…
Itiyoophiyaa fi Rippaablikiin Cheek Eegumsa Bineensoota Bosonaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Rippaablikiin Cheek dame Eegumsa fi Qorannoo Bineensoota Bosonaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Rippaablika Cheekitti…
Dhaabbileen nageenyaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa hidhattoota Shaneerratti oppireeshinii qindaa’aa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Dhaabbileen nageenyaa fi tasgabbii Itiyoophiyaa fi Keeniyaa hidhattoota Shaneerratti oppireeshinii qindaa’aa gaggeessuu eegaluu Tajaajilli Nageenya…
Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Bulchiinsa Giddugala Qorannoowwan Teeknooloojii Afrikaa taate
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Bulchiinsa Giddugala Qorannoowwan Teeknooloojii Afrikaa taate.
Yaa’iin Mana Maree Bulchiinsaa Giddugala Qorannoowwan…