Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barreessaan Hariiroo Alaa Paartii ‘The Zimbabwe African National Union – Patriotic…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) - Barreessaan Hariiroo Alaa Paarii 'The Zimbabwe African National Union – Patriotic Front' (ZANU–PF) Zumbaabee Siimbaaraashee Mubeengeegiwiin Yaa’ii Paartii…
Barreessaa Olaanaan Paartii ‘People’s Rally for Progress’ Jiibuutii Finfinnee…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) - Barreessaa Olaanaan Paartii People's Rally for Progress (RPP) Jiibuutii Isaayyaas Muusaa Daawaalahiin Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaarratti hirmaachuuf…
Itti Aanaa Barreessaan Paartii ‘All Progressives Congress’ Naayijeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) - Itti Aanaa Barreessaan Paartii All Progressives Congress 'APC' Naayijeeriyaa Al Hajjii Alii Buukaar Daalooriin Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaarratti…
Gareen Poolisii Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil addunyaa Dubaayirratti hirmaatu shaakala…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Gareen Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil Addunyaa ‘SWAT’ Dubaayirratti hirmaatu shaakala taasiisaa jiraachuun ibsameera.…
Barreessaa Olaanaan Paartii Sochii Bilisummaa Ummatootaa Sudaan Kibbaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)- Barreessaa Olaanaan Paartii Sochii Bilisummaa Ummatoota Sudaan Kibbaa Piiter Laam Booz Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Itiyoophiyaan nageenyaa fi guddina naannawichaaf Ruwaandaa waliin tumsaan hojjechuu itti fufti–Obbo…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaan nageenyaa fi guddina naannawichaaf Ruwaandaa waliin tumsaan hojjechuu kan itti fuftu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi…
Labsiin Barnoota waliigala ragga’e
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 17ffaa gaggeesseen, labsii barnoota waliigalaa raggaasiseera.
Gabaasaa fi yaada murtoo Wixinee…
Luba Balaay Mokonniin fa’aa hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman itti murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)- Lubni Balaay Mokonniin fa’aan hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman Manni Murtii Olaanaa Federaalaa itti murtaa’eesse.
Manni Murtichaa Ramadii…
Daayrektarri Olaantuu IMF Itiyoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeev Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi jedhame.
Kiristaaliinaa…
Obbo Adam Faaraah Bakka Bu’aa RNI Pirofeesar Mahaammad Saadiik waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Sadarka Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhadhinaa…