Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiramaa as misooma qonnaaf xiyyeeffannoon olaanaan kennamee hojjetamaa jira-Obbo Geetuu…
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) –Jijjiramaa as mootummaan misooma qonnaaf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu ibsan.…
Labsii fi dambii itti fayyadama lafa baadiyyaa rakkoo ture furuu bira darbee oomishtummaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) – Labsii fi dambiin itti fayyadama lafa baadiyyaa irra deebiin murteessuuf bahe rakkoo walxaxaa ture furuu bira darbee oomishtummaa qonnaan bultootaa fi…
Hundeeffamni waldaa Abbootii Fardaa Agawuu 85ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)–Hundeeffamni Waldaa Abbootii Fardaa Agawuu 85ffaan sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Sirna kabajichaarratti hoggantoonni hojii mootummaa federaalaa fi…
Hinditti Feestivaalaarratti Taatee mudateen lubbuu lammiilee darbeef Itiyoophiyaan gaddi itti…
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) –Hinditti Feestivaala Kuumbi Meelaarratti taatee mudateen lubbuu lammiilee biyyattii darbeef mootummaan Itiyoophiyaa gaddi itti dhagahamuu ibseera.…
Abootiin Fardaa Agawuu daangaa Itiyoophiyaa eegsisuuf gumaachaniiru- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) – Abootiin Fardaa Agawuu daangaa Itiyoophiyaa eegsisuu keessatti gumaacha olaanaa qabaachaa turuu Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaan ibsan.…
Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’a eegala
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) – Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’aa eegalee mata duree “Waadaarraa hanga Aadeffannaatti” jedhuun guyyootaa sadiif gaggeeffama.
Itti…
Itti Aanaa dura taa’aan Paartii ‘United Russia’ Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) - Itti Aanaa Dura Taa'aan Paartii 'United Russia' DA Meedeevdeev Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
DA Meedeevdeev…
Balaa Xiyyaaraa Ameerikaatti mudateen lubbuu lammiilee darbe hordofee Itiyoophiyaan gaddi itti…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) -Balaa Xiyyaaraa Ameerikaatti mudateen lubbuu lammiilee darbe hordofee mootummaan Itiyoophiyaa gaddi itti dhagahamuu ibseera.
Ameerikaatti Xiyyaarri…
Barreessaa Olaanaan Paartii ‘Chama Cha Mapinduzi’ Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) - Barreessaa Olaanaan Paartii Chama Cha Mapinduzi (CCM) Taanzaaniyaa Dooktar Imaanu'eel Neecheenbeen Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaarratti hirmaachuuf…
Barreessaan Hariiroo Alaa Paartii ‘The Zimbabwe African National Union – Patriotic…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) - Barreessaan Hariiroo Alaa Paarii 'The Zimbabwe African National Union – Patriotic Front' (ZANU–PF) Zumbaabee Siimbaaraashee Mubeengeegiwiin Yaa’ii Paartii…