Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xaaliyaaniin Itiyoophiyaaf deeggarsa liqii Birrii Miiliyoona 500 fi miliyoona 85 kennite
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan ce’umsa dijitaalaa eegaltee fi guddina dinagdee kalaqa bu’uureffate dhugoomsuuf kan oolu deeggarsa liqii Birrii miliyoona 500 fi miliyoona 85…
Manni Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti jalqabaa baname
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa, Mana Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti kan jalqabaa ta’e banuun eerame.
Sirna baniinsa mana barnootichaarratti…
Itiyoophiyaan Afrikaarra biyyoota lakkoofsi tuuristootaa itti dabalee keessaa adda duree taate
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waggoottan ja’an darban Ardii Afrikaarraa biyyoota lakkoofsi tuuristootaa sadarkaa olaanaan itti dabalee keessaa adda duree ta’uun ibsame.…
Indaastiriiwwan faalama naannawaaf sababa kuma 1 fi 800 irratti tarkaanfii fudhatame
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Indaastiriiwwan oomishaa fi tajaajila kennan faalama naannawaaf sababa ta'an kuma 1 fi 800 ol irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa Eegumsa…
Qonna Gannaan Oomishni Kuntaalli miiliyoona 500 ol argame-Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Qonna Gannaa bara oomishaa 2016/17’tiin hanga ammaatti oomishi qonnaa Kuntaalli miliyoonaa 500 fi miliyoonni 5 argamuu Ministeerri Qonnaa ibse.
Ministir…
Galmoota Gamtaa Afrikaa milkeessuuf murtoowwan siyaasaa barbaachisa-Pireezidaanti Taayyee
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Galmoota Gamtaa Afrikaa milkeessuuf kutannoo siyaasaa waloo akka barbaachisu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.
Pireezidaanti Taayyeen…
Aanaa Bachootti Shakkamtoonni Maallaqa Sobaan Bittaa raawwatan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Bachootti shakkamtoonni maallaqa sobaan bittaa raawwataa turan to’annaa jala oolfamuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibse.…
Biirichi Maashinarota Birrii miiliyoona 200 oliin bitaman Godinaaleef raabse
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)–Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Maashinarota Birrii miiliyoona 200 oliin bitaman Damee Godinaaleef qoodeera.
Biiroon Daandiiwwanii fi…
Manni Marichaa labsii waliigaltee liqii lama raggaasise
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Walga’iin addaa 1ffaa bara hojii 4ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa 6ffaa har’a gaggeeffameera.
Manni Marichaa yaa’ii addaa gaggeesse kanaan…
Haaromsa Dhaabbatummaa Gamtaa Afrikaa irratti walga’iin sadarakka olaanaa taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Haaromsa Dhaabbatummaa Gamtaa Afrikaa irratti walga’iin sadarka olaanaa taa’amaa jira.
Walga’iin har’aa fi boru gaggeeffamu kun Haaromsa Dhaabbatummaa…