Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Jimmaatti rakkoowwan hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Rakkoowwan hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjataa jiraachuu Yuuniyeeniin Jimmaa beeksiseera.
Yuuniyeenichi oomishaalee qonnaa bunaafi kanneen…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota ijoo sadarkaa maatitti milkaa’uu qaban kudhan qabatee jira…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota ijoo sadarkaa maatitti milkaa’uu qaban 10 qabatee hojjetaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis…
‘Air Bus’ Tumsa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsee itti fufuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC)- Dhaabbanni ‘Air Bus’ tumsa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin Idil Addunyaa Dhaabbatichaa Wutar…
Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Faayidaa biyyaalessa Itiyoophiyaa eegsisuuf ga’umsa olaanaa qaba-…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf ga’umsa amansiisaarra jiraachuu Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa…
Walga’iin Mana Maree Ministiroota Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Sirni baniinsa walga’ii Mana Maree Ministiroota Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 15ffaan gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantii FDRI Taayyee…
Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa waltajjii marii Ajandaa walitti qabuu Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti gaggeessaa ture xumureera.…
Hojiileen riifoormii Poolisiin Finfinnee hojjete bu’aa qabeessa ta’uun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee bara baajata 2016 akka dhaabbataatti hojiileen jijjiiramaa hojjetaman bu’a qabeessa ta’uu ibseera.
Poolisiin…
Wabii nyaataa mirkaneessuu fi hiyyummaa hir’isuuf naannawaan Daldala Bilisaa murteessadha…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Wabii nyaataa mirkaneessuu fi hiyyummaa hir'isuuf naannawaan Daldala Bilisaa murteessaa ta'uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee ibsan.…
Giddugallii Leenjii Loltootaa Huursoo Qondaaltoota Waraanaa Eebbisise
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Qajeelcha Olaanaa Leenjii Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli leenjii loltootaa Huursoo Qondaaloota waraanaa eebbisiseera.
Sirna Eebbicharratti…
Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota kuma 2 fi 729 eebbisise
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Yuunivarsiitiin Maqalee Barattoota muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 729 eebbisiseera.
Eebbifamtoota keessaa kumni 1 fi 942…