Browsing Category
Oduu biyya keessaa
‘Mandarri Beenuunaa’ haala rakkisaa dandamachuun tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamuuf…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- 'Mandarri Beenuunaa' haala rakkisaa dandamachuun tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamuuf muuxannoo irraa baratamuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Aanaa Gommaatti hojiileen misoomaa garaagaraa daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti i hojiileen misoomaa garaagaraa daawwatamaniiru.
Daawwannicharratti Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu,…
Irreechi Hora Hadiyaa kabajame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Irrechi Hora Hadiyaa Magalaa Naqamteetti sirna miidhagaa fi karaa duudhaasaa eeggateen Kabajame.
Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessa fi Abbaan Gadaa…
Sagantaan barattootaa WMO’f Beekamtii fi badhaasa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Sagantaan barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa WMO qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii fi badhaasa kennuu gaggeeffameera.
Beekamtii fi badhaasni…
Dhimmoota Hariiroo Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaa cimsuuf dandeessisanirratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Ataaf waliin mari'ataniiru.
Fooramii…
Mootummaan jijjiiramaa wabii nyaataa mirkaneessuu qofa osoo hintaane, rakkoo caasaa dinagdee furuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Mootummaan jijjiiramaa wabii nyaataa mirkaneessuu qofa osoo hintaane, rakkoo caasaa dinagdee furuuf humni guddaan qonna ta’uu hubachuun hojjiitti…
Godina Buunnoo Beddelleetti Ruuziin lafa hektaara kuma 200 fi kuma 80 olirratti misoome sassaabamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleetti Ruuziin lafa hektaara kuma 200 fi kuma 80 olirratti misoome sassaabamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa ibseera.…
Ogummaan damee nageenyaa ogummaa kabaja addaa qabuudha- Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Ogummaan damee nageenyaa ogummaa kabaja addaa qabu ta'uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan.
Poolisiin magaalichaa hoggantootaa…
Godina Jimmaatti rakkoowwan hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Rakkoowwan hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjataa jiraachuu Yuuniyeeniin Jimmaa beeksiseera.
Yuuniyeenichi oomishaalee qonnaa bunaafi kanneen…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota ijoo sadarkaa maatitti milkaa’uu qaban kudhan qabatee jira…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota ijoo sadarkaa maatitti milkaa’uu qaban 10 qabatee hojjetaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis…