Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa raawwate
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddaasaa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti raawwateera.
Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan hojiilee misoomaa Godina Iluu Abbaa Boor daawwatan
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan godina Iluu Abbaa Booritti Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Haaluma kanaan…
Pireezidaanti Taayyeen CAF gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa qopheessuuf dhiyeessite akka…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen CAF gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa qopheessuuf dhiyeessite akka simatuufi raggaasisu waamicha…
Hojiirra oolmaa Imaammaata nageenya Saayibeeriif qooda fudhattoonni gahee isaanii akka bahatan…
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)-Imaammaata nageenyaa Saayibeerii biyyaalessa hojiirra oolchuuf qooda fudhatoonni gahee isaanii bahachuu akka qaban gaafatame.
Bulchiinsi Nageenyaa…
Bulchiinsi Magaalichaa Liizii Lafaa Heektaara 14.3 Caalbaasiif dhiyeessee
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Liizii lafaa Heektaara 14.3 Caalbaasiif dhiyeesseera.
Liiziin caalbaasii kun Onkololeessa 8-21, 2017 banaa taasisuu…
Boordichi kaffaltii tajaajila paatilee siyaasaa fooyyessuu beeksise
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa galmee paartilee siyaasaa, beekkamtii guutuu fi fooyyessa sanadaa irratti hamma kaffaltii tajaajilaa…
Seenesssa dogoggoraa Oromoo ilaalchisee barreeffamaa turan sirreesuuf inistitiyuutichi hojjechaa…
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Seenesssa dogoggoraa ummata Oromoo ilaalchisee barreeffamaa turan sirreesuuf Inistiitiyuutii Qo'annoo fi Qorannoo Oromoo xiyyeeffannaan hojjechaa…
Pirojektiin Bishaan dhugaatii Mayyuu Mulluqqee waggaa 24 tajaajilaaf qaqqabe
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Pirojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Mayyuu Mulluqqee baasii Birrii Miiliyoona 380 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegale.…
IMF walta’iinsa Itiyoophiyaa waliin qabu daran akka cimsu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Dhaabbanni maallaqaa Addunyaa (IMF) dhimmoota guddinaa fi misooma waaraarratti walta’iinsa Itiyoophiyaa waliin qabu daran cimsee kan itti fufu ta’uu…
Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka qopheessitu carraan akka…