Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigaltichaan booda boqonnaa arganeerra-Jiraattoota
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi WBO gidduutti taasifameen booda boqonnaa arganneerra jedhan jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa aanaalee…
Pirojektiin Fuunca Sonaa Qamadii Doolaara miiliyoona 94.3 jalqabame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Oromiyaatti Pirojektiin Fuunca Sonaa Qamadii Haala Qillensaa Dandamatu deeggersa Baankii Misooma Afriikaa Doolaara miliyoona 94.3’n jalqabsiifame.…
Inistiitiyuutichi Olaantummaa sirna haqaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) olaantummaa sirna haqaa mirkaneessuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Dhiyeessii xaa’oo Biyyoo bara 2017/18 irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Sochii dhiyeessii fi hojiilee fuulduree Xaa’oo Biyyee bara oomishaa 2017/18 irratti mariin gaggeeffameera.
Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar…
Gamtaan Awurooppaa Tumsaa ijoo Itiyoophiyaati jedhame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Gamtaan Awurooppaa tumsaa ijoo misoomaa fi nageenyaa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Dhimma Alaa ibse.
Jila Itiyoophiyaa Ministira Ministeerichaa Dooktar…
Waliigalteen Nageenyaa taasifame uummata tasgabbeesseera-Mana Marichaa
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti waliigalteen nageenyaa Mootummaa naannichaa fi qondaaltoota WBO giddutti taasifame ummataaf tasgabbii waaraa kan kennu ta'uu Manni Maree…
Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Biiricha
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii kan itti fufan ta’uu Biiroon Lafa Oromiyaa beeksise.
Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa…
Manni Marichaa Labsii Baankii Biyyaalessaa raggaasise
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa qorachuun raggaasiseera.
Manni Marichaa walga’ii Idilee 1ffaa har’a gaggeesseen…
Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Manni marichaa boru Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni raggaasisa
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga'ii idilee 11ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa boru gaggeessuun Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni…