Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa qajeelchawwanii fi miseensota poolisii raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Poolisii Federaalaatti Qajeelchii Waliigalaa Ittisaa Yakkaa qajeelchawwanii fi miseensota poolisii raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii kenneera.…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera.
Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, kutaaleen hawaasaa…
Irreechi Malkaa Calalaqaa kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Irreechi Malkaa Calalaqaa karaa nagaafi miidhagina qabuun kabajameera.
Irreechi Malkaa…
Piroojektoonni jallisii misooma qonnaa Itiyoophiyaa milkeessan saffisaa jiru – Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kurmaana 1ffaatti piroojektoonni jallisii misooma qonnaa Itiyoophiyaa milkeessan saffisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Irreechi Malkaa Caancoo haala ho’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Irreechi Malkaa Caancoo Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera.
Irreechi Malkaa Caancoo kun bakka Abbootiin…
Humni Qilleensaa haleellaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaarameera – Leetanaal…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Humni Qilleensaa haleellaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda'u ijaaramuu Ajejaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa…
Aadde Adaanech hojiilee Riifoormii Poolisii magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee Riifoormii Poolisii magaalichaa daawwataniiru.
Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa…
Bara oomishaa 2016/17 lafti hektaarri miiliiyona 20 sanyiin uwwifameera-MQ
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara oomisha 2016/17 qonnaa gannaan lafti hektaaraa miiliyonaa 20tti dhiyaatu sanyiin uwwiifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Gamaaggamnii raawwii…
Baatiiwwan sadan darban lammiilee kuma 619’f carraan hojii umameera-MHO
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara baajataa 2017 kurmaana jalqabaatti lammiilee kuma 619’f carraan hojii umamuu Ministeerrii Hojii fi Ogummaa beeksise.
Gamaaggamni raawwii…
Jimmaatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran daawwataman
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Godina Jimmaatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiilleen hojjatamaa jiran dawwatamaniiru.
Godinicha Aanaa Limmuu Kossaatti kilaasteera…