Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin seeraa akka fudhatamuu Poolisiin Magaalattii…
Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee investimentii irratti tumsa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Komiishinarri Komiishinii Investimentii Itiyoophiyaa Doktar Zallaqaa Tamasgeen jila Ministira Diinagdee Ruushiyaa Maaksiim Raashitiinkoov’n durfamu…
Oromiyaatti Murtoofi kallattii Paartiin Badhaadhinaa dabarserratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Godinaaleefi Magaalota Oromiyaa garagaraa keessatti murtoo fi kallattii Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartiin Badhaadhinaa dabarserratti mari'atamaa jira.…
Komishinichi waggaa tokko keessatti hojiiwwan hafan xumuruu kan hojjetu ta’uu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa waggaa tokko keessatti hojiiwwan hafan xumuruun ajandaalee walitti qabaman akka ifoomsuuf kan hojjetu ta'uu Komishinarri…
Gurmaa’insi Caasaa Gandaa Haaraan rakkoo Kenna Tajaajilaa duraan ture nuuf fureera –…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Gurmaa'insa Haaraa Caasaa Gandaarraa Tajaajila si'ataa fi qulqullina qabu argachaa jiraachuu Jiraattonni Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wancii…
Fiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Fiilmiin Afaan Oromoo “Abbaa Malkaa” jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame.
Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa…
Hojiin misooma Sululaa jijjiirama qabatamaa argamsiisaa jira – BQO
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Hojiin misooma Sululaa jijjiirama qabatamaa argamsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Bara kana Amajjii 15, 2017 eegalee lafa…
Manni Murtii Waliigala Oromiyaa Manneen Harka qalleeyyiif ijaarsise dabarse kenne
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigala Oromiyaa hojii tajaajila lammummaan manneen harka qalleeyyiif baasii birrii miiliyoona 3.8 ijaarsise dabarse kenneera.…
Ingiliz guddina gabaa kaappitaalaaf deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaatti gabaa Kaappitaalaa eegalame guddisuuf Ingiliz deeggarsa akka taasistu Ministirri Muummee Ittaantuu Biyyattii Anjeelaa Reeynar ibsan.…
Magaalonnii fi baadiyyaan Oromiyaa pilaanii isaan gituun akka hogganaman hojjetamaa…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Magaalonnii fi baadiyyaan Oromiyaa pilaanii isaan gituun akka hogganaman xiyyeeffannaa olaanaan hojjetamaa jiraachuu Inistiitiyuutiin Pilaanii…