Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenya-Pirof.…
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenyummaan kan ibsamuudha jedhan Ministirri Ministeeraa Barnootaa Pirofeesar…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallattesse
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Daandiin Qiilleensa Itiyoophiyaa Dhaabbata Ayiveeshinii Heenaan Chaayinaa fi Garee Fichiisisa Shiiyaaman waliin hojjechuuf waliigaltee mallattesseera.…
Godaantoonni 169 gara Biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godaantoota seeraan alaa169 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasichi Dhaabbata Godaantoota…
Waltajjiin xumuraa Guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka Pireezidaanti Taayyeen…
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waltajjiin xumuraa guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen argamanitti Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Zooniin Addaa Diinagdee beekkamtii Magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Zooniin Addaa Diinagdee Sadarkaa Idil Addunyaatti beekkamtii magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e
Waliigalticha Daayrektarri…
Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa…
Komishinichi milkaa’ina ajandaa adda baasuu Oromiyaatti gaggeefamuuf qooda fudhatoota waliin…
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa milkaa'ina marii ajandaa adda baasuu Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti gaggeefamuuf qooda fudhatoota waliin mari'ateera.
Mariicha…
Pireezidaanti Shimallis Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraa daawwachaa jiru
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraaa daawwachaa jiraachuun ibsame.
Godina…
Pireezidaanti Shimallis pirojektii Aspaaltii Roobee, Gooroo, Soofumar, maqa Gindhiir daawwatan
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Pirojektiin ijaarsa Aspaaltii Roobee, Gooroo, Soofumar, maqa Gindhiir kiloomeetira 125…
Hanga omisha bunaa waggaatti toonii kuma 500 ture dachaan guddisuun danda’ameera-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waggoota shanan darbanitti hojiiwwan omishtummaa bunaa guddisuuf hojjetamaniin hanga oomisha bunaa waggaatti toonii kuma 500 ture dachaan guddisuun…