Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan sabaa fi sablammootaa 19ffaan bakka Dooktar Abiy Ahimad argamanitti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Guyyaan saboota, sablammootaa fi Ummatootaa Itiyoophiyaa 19ffaan Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti Magaalaa Arbaa Mincitti…
Imala mareefi marabbaan nagaa waaressuuf eegalleen injifannoon waloo galmaa’aa jira Pir. Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Imala maree fi marabbaan nagaa waaressuuf eegalameen injifannoon waloo galmaa’aa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin kabaja sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaa milkeessuu keessatti damee miidiyaan gumaacha taasiseef beekamtiin kennameera.…
Dooktar Abiy Ahimad sadarkaa piroojektii Maaddiin dhalootaaf magaalaa Aarbaa Minci gamaaggaman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sadarkaa piroojektii Maaddiin biyyaafdhalootaaf magaalaa Aarbaa Mincitti hojjetamaa jiru gamaaggamaniiru.…
Jala bultiin Ayyaana sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa sagantaa affeerraa Irbaataan kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Jala bultiin Ayyaana sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan Giddugala Qorannoo Aadaa Gaamootti sagantaa affeerraa Irbaataan kabajamaa jira.
Af Yaa'ii…
Dooktar Fitsuum Ministira Maallaqaa Deenmaark waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Ministira Maallaqaa Deenmaark Niikolaay Halbiiy Waaman waliin mari'ataniiru.…
Ummanni Itiyoophiyaa tokkummaa isaanitti caalmaatti cichoomuu qabu – Obbo Aganyahu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Ummanni Itiyoophiyaa wantoota tokkummaa isaanii caalmatti cimsanirratti cichoomuu akkan qaban Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar…
Tuutni Gadaa Michillee Oromoo Karraayyuu sirna buttaa Qalaa walakkaa Aangoo dabarsanii kennuuf…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti Tuutni Gadaa Michillee Oromoo Karrayyuu sirna Buttaa Qalaa walakkaa Aangoo dabarsanii kennuuf Ardaa jilaa Tarree…
Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Dagamitti gurmaa’insa haaraa daawwachuun jirattoota waliin…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jiraattoota Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagam Ganda Aannoo Qarree waliin…
Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa ogeeyyii 450 Eebbisise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa balaaliistoota dabalatee ogeeyyii damee garaagaraan leenjisaa ture 450 eebbisiseera.
Sirnicharratti…