Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ingilizitti Ministira Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ingilizitti Ministira Afrikaa Loordi Kooliinsi waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis dhimmoota…
Godina Shawaa Bahaatti Qonni Misooma Jallisii Bonee eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti Qonni Misooma Jallisii Bonee eegalamuu bulchiinsi godinichaa beeksiise.
Bara kana lafa hektaara kuma 400 ol Jallisiin…
Puutiin, Pireezidaantii haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantii FDRI ta’uun kan moggafaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru…
Sirni Dijitaalaa bilisa akka ta’uuf nageenya saayibariif xiyyeeffannaan kennamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Sirni dijitaalaa bilisa akka ta’uuf nageenya saayibariif xiyyeeffannaa olaanaan kennamuu akka qabu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun…
Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu kabajama
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 17ffaan Wiixata dhufu Onkoloolessa 4, 2017 kan kabajamu ta’uu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksise.
Guyyichi mata…
Manneen Murtii tajaajila idilee kennuu eegalan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Manneen Murtii Federaalaa tajaajila abbaa murtee idilee bara baajataa 2017 eegalaniiru.
Sirni tajaajila eegalchiisuu Mana Murtii Olaanaa…
Baatiin Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan har’aa eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Baatiin Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan mata duree ‘nageenya bu’uraalee misoomaa ijoo birmadummaa Diijitaalaaf’jedhuun har’aa eegalee ni…
Biirichi muuxannoo misooma baala Shaayee Keeniyaa qooddate
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa muuxannoo misooma baala Shaayee Keeniyaa qooddateera.
Gareen jilaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu…
Pireezidaanti Shimallis Garee Neeppaal waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Garee artistoota Neeppaal Torbee Tuurizimii Oromiyaafi Ayyaana Irreechaarratti hirmaatan…
Mootummaan Harka Nagaaf Diriirse Har’as Hindachaasu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Mootummaan Harka Nagaaf Diriirse Har’as Hindachaasu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)-Mootummaan Harka Nagaaf Diriirse Har’as Hindachaasu jedhan Pireezidaantiin…