Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad muudama kennan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Obbo Mahaammad Idiriis Ministira Ministeera Nageenyaa taasiisuun muudaniiru.
Haaluma kanaan Obbo Mahaammad…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Faransaayii fi Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Ministirri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Faaransaayii fi Awurooppaa Jiyaan Noo’eel Baaroot waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy…
Guyyaan Hundeeffamaa Waggaa 89ffaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Bishooftuutti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)-Guyyaan hundeeffamaa Waggaa 89ffaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Magaalaa Bishooftuutti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
Saganticharratti…
Dooktar Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Waliigaltee Nyaataa fi Dhiyeessii Qonnaa Baankii Misooma Afrikaa Dooktar…
Raashiyaa fi Chaayinaan Qarqara Galaana Jaappaanitti shaakala waloo qilleensaarraa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Raashiyaa fi Chaayinaan Qarqara Galaanaa Jaappaanitti shaakala waloo qilleensaarraa taasisuu Raayyaan Ittisaa Chaayinaa beeksise.
Shaakalli…
Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa damee inarjii Itiyophiyaa akka deeggaru ibse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaatti dhiyeessii humnaa fi raabsaa isaarratti hojiilee damee hedduu hojjetamaa jiran akka deeggaru Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa…
Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irraa Qurxummii toonii 561 ol oomishame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Baatii Adoolessaa eegalee Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irraa Qurxummii toonii 561 ol oomishuun danda’amuu ibsame.
Waldaaleen Hidha Haaromsa…
Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 89ffaan boru kabajama
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 89ffaan boru sagantaalee garaagaraan kabajama.
Guyyichi mata duree 'Humna Qilleensaa hin…
Mandarri Qulqullinaa dorgomtummaa Itiyoophiyaa guddisuuf qooda olaanaa qaba jedhame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Mandarri Qulqullinaa dorgomtummaa Itiyoophiyaa guddisuuf qooda olaanaa qabaachuu kutaaleen hawaasaa mandaricha daawwatan ibsan.
Guyyaan Hundeeffama…
Fiilmiin Humna Qilleensaa ‘Har’a Boruuf yoo hojjetamu’ jedhu eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Fiilmiin Humna Qilleensa Itiyoophiyaa 'Har'a Boruuf yoo hojjetamu' jedhu eebbifamuun daawwannaaf ifa ta'e.
Piroodaakshinii Fiilmii Kuraat Piikcheriin…