Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Icciitiin birmadummaa fi bilisummaa keenyaa tokkummaa keenya- Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Guyyaan Birmadummaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mataduree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf ! " jedhuun agarsiisa qaamoolee nageenyaa fi marii…
Birmadummaa mirkaneessuun dhimma ittigaafatummaa gaafatuudha-Aadde Adaanech
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Birmadummaa mirkaneessuun yaadaan waliigaluu qofaa osoo hintaane dhimma ittigaafatummaa fedhii fi murannoo olaanaa gaafatuudha jedhan Kantiibaan ulchiinsa…
Biyyi ilmaan isheetiin ijaaramti, eegamtis-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyyi ilmaan isheetiin ijaaramti, eegamtis jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa…
Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Qaammee 3, "Guyyaa…
Qaammee 3 Guyyaa Birmadummaa
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Qaammeen 3, "Guyyaa Birmadummaa" mata duree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf" jedhuun kabajama.
Barii jijjiiramaa irraa eegalee birmadummaa…
Itiyoophiyaan Birmadummaa ishee kan dhiibuu barbaadan qaaniin ofirraa deebisteetti-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Birmadummaa ishee kan dhiibuu barbaadan qaaniin ofirraa deebisteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Qaammee 03 Guyyaan…
Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti Balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horroo gandoota Akkoo Jirruu, Iluu Kittaayeefi Unee keessatti sigiga lafaa guyyaa har'aa mudateen lubbuun shamarran 3…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaachoon Manneen jireenyaa Awwaareetti ijaaraman jiraattoota…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon har’a Manneen jireenyaa Awwaareetti ijaaraaman jiraattoota 275'f…
Abbootiin Gadaa Oromoo Irreechi bara kanaa karaa aadaa, duudhaa fi safuu isaa eeggateen akka…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) –Kabaja Irreecha bara kanaa ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Abbootiin Gadaa, Hayyoonni, Jaarsoliin Biyyaafi Haadholii Siinqee marii magaalaa…
Poolisiin Magaalaa Finfinnee nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf ga’umsaan hojjechaa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee riifoormii gaggeessuun nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf ga’umsaan hojjechaa jiraachuu Kantibaan magaalichaa…