Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gogiinsa mudatu dandamachuuf humna bishaan bulchuu irratti…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa gogiinsa mudatu dandamachuuf humna bishaan bulchuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Dasseetti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Duree Zinneesha Taayyaachoon Magaalaa Dasseetti ijaarame eebbifameera.
Warshaan kun guyyaan Daabboo kuma…
Obbo Taayyee Danda’aan himannaa 1ffaa fi 2ffaarraa bilisa yoo jedhaman, 3ffaa ilaalchise ragaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Ministir Deetaan duraanii Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan himannaa 1ffaa fi 2ffaarraa bilisa yoo jedhaman, 3ffaa ilaalchise ragaa ittisaa…
Magaalotni fi gandootni 143 waggootaaf Tajaajila Elektirikiin ala turan tajaajilatti deebi’an -TEO
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Magaalotni fi gandootni 143 waggootaaf Tajaajila Elektirikiin ala turan tajaajilatti deebi’uu Tajaajilli Elektirikii Oromiyaa beeksise.
Godinaalee…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaatti misooma Nyaata Beelladaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Aanaa Eelwayyaatti misooma nyaata beelladaa…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Yaa’abalootti Tursiisaa fi fooyyeessa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Yaa'abalootti Tursiisa, Gabbisaa fi fooyyeessa…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaa’aballoo…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsi buufata xiyyaaraa Yaa'aballoo irratti argamu…
Hojiirra Oolmaan Imaammata Diinagdee Gooroo guddina biyyaalessa guutuu ta’e kan fidu ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Hojiirra Oolmaan Imaammata Diinagdee Gooroo guddina diinagdee biyyaalessa guutuu ta’e kan fidu ta’uu hoggantoonni olaanoon ibsan.
Guddina…
Pirojektoonni Finnaa Godina Booranaa bu’aa gaarii argamsiisaa jiru jedhame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli PireEzidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Mooyyaleetti Pirojektii Finnaa Burquqqee…
Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 236 dhiirota, 44 dubartootaa fi 6 ammoo daa’imman reef…