Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota hirmaannaa Diyaaspoorawwanii cimsanirrati mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Keeniyaan hirmaannaa Diyaaspoorawwanii guddisuu fi tumsa isaanii caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirrati mari’ataniiru.
Gareen…
Dureewwan GEA Pireezidaantii Haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Dureewwan Gamtaa Emereetota Arabaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii fi hawwii gaarii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin…
Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa DhMG ta’uun filatamte
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun filatamte.
Itiyoophiyaan yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata…
Sirni Awwaalchaa Gaazexeessaa Warquu Gaaddisaa raawwate
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Gaazexeessaa Warquu Gaaddisaa raawwatame.
Daayrekterri Teelevizhinii Itiyooophiyaa qophii afaan Oromoo duraanii fi Daayirektiingiin…
Mukti Mana jireenyaarratti kufuun Lubbuu haadhaa fi daa’imaa galaafate
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Godina Beenchi Shakkoo Aanaa kibba Beenchitti roobaa cimaa roobee hordofee mukti mana jireenyaarratti kufuun lubbuu haadhaa fi daa’ima baatii lamaa…
Faransaay Itiyoophiyaa waliin tumsa diinagdee uumuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Ambaasaaddar Aleeksiis Lemeek waliin…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa, Itiyoophiyaatti Jila Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa, Itiyoophiyaatti Jila Gamtaa Awurooppaa waliin dhimmoota waaqtawaarratti mari’ateera.
Marii isaaniin, adeemsa marii…
Dooktar Girmaan Itiyoophiyaatti Daayrektera Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Daayrektera Sagantaa Nyaata Addunyaa Zilataan Miliisiik waliin mari’ataniiru.…
Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe.
Balichi Daandii Gooroo irraa gara Koyyee Facceetti…
Daandiin qilleensichaa dabalataan baliilii sadii gara Omaanitti taasisuufi
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Magaalaa Guddittii Yoordaanos Omaanitti dabalataan baliilii sadii taasisuuf akka ta’e beeksise
Balaliin taasisu kunis…