Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan eegaluu Kantibaan Magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Aadde Adaanech…
Godinichatti Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaaf Paampiin Motoraa raabsame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC)- Biiroon Qonna Oromiyaa Godina Shawaa Bahaatti Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaaf Paampii motoraa kuma 2fi 300 ol raabseera.
Karoora Misooma…
Rakkoolee damee Loojistiksiin mul’atan furuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC)- Rakkoolee damee Loojistiksiin mul’atan furuuf qaamoolee dhimmichi ilaallatu waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii…
Manni marichaa karoora dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Manni Maree Fadereeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa ajandaalee dhiyaatanirratti mari’achuu eegaleera.…
DhMG tumsa misoomaa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii galmoota misoomaa Itiyoophiyaa hojiirra oolchuuf deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera.…
Dooktar Warqinaa Gabayyoon Pireezidaanti FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen baga gammaddan jedhan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Pireezidaantii FDRI haaraa ta'uun kan moggaafaman Taayyee…
Manni Maree Federeshinii Yaa’ii Idilee gaggeessuu Eegale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Manni Maree Federeshinii yaa’ii idilee 1ffaa bara Hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun kan eegale ta’uu ragaan…
Nageenya Lammiilee Itiyoophiyaa Libaanos keessa jiraatanii tiksuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Nageenya Lammiilee Itiyoophiyaa Libaanos keessa jiraatanii tiksuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Nageenya…
Lammiileen Itiyoophiyaa Libaanos turan 51 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Libaanos keessa jiraataa turan 51 haala yeroo ammaa biyyaattii hordofee gara biyyaa deebi’aniiru.
Rakkoo nageenyaa naannawicha…
Aadde Adaanech pirojektoota magaalattiitti hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)–Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen pirojektoota magaalaattiitti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Aadde Adaanech gama…