Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa argame raggaasiseera.
Manni…
Aanaa kofaleetti sigigni lafaa mudate
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Hassee Alkeetti balaan sigiga lafaa mudachuun ibsame.
Balichaan oomishaalee qonnaa garaagaraarra miidhaan…
Mootummaan Xaaliyaanii Itiyoophiyaaf deeggarsa maallaqaa Yuuroo Miiliyoona 25 taasise
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Mootummaan Xaaliyaanii sagantaa misoomaa naannawaa fi Diinagdee Magariisaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Maallaqaa Yuuroo miiliyoona 25 taasiseera.…
Tigraayitti Pirojektoonni Birrii Biiliyoona 2.7oliin ijaaramaa jiran daawwataman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan pirojektoota misoomaa Birrii biiliyoona 2.7 oliin Magaalaa Maqaleetti ijaaramaa…
Manni Maree Ministirootaa murtoo dabarse
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 38ffaa gaggeesseen Waldaa Misoomaa Idil Addunyaa waliin waliigaltee deeggarsaa faayinaaansii taasifame…
Oromiyaatti Tajaajila lammummaan hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15 olitti tilmaamamuu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15.24 tti tilmaamamuu hojjetamuun ibsameera.…
Warqeen gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan baasuun akka daldalamu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Dhiyeessitootaa Warqee hundaaf kaffaltiin kan raawwatamu gatii Warqee gabaa addunyaan gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan…
Dimitiir Medveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC) - Dura Taa’aan Paartii Gamtaa Raashiyaa Dimitiirii Meedveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.
Dimitiirii…
Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsaa fi Liqaa Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) - Boordiin Daayrektoreetii Baankii Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsaa fi Liqaa Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasiseera.
Doolaarri biiliyoonni 1 deeggarsa…
Itiyoophiyaa fi Ugaandaan dhimmoota nageenya naannawaarratti tumsaan hojjechuu kan itti fufan ta’uu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ugaandaan dhimmoota nageenya naannawaarratti tumsaan hojjechuu cimsanii kan itti fufan ta’uu beeksiisaniiru.
Tajaajilli Nageenyaa fi…