Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balfa Toonii kuma 90 fi 175 ol deebisanii misoomsuun galiin Birriin biiliyoonni 1.4 argame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Bara baajataa darbe keessa Balfa Toonii kuma 90 fi 175 ol deebisanii misoomsuun galiin Birriin biiliyoonni 1.4 argamuu Ejansiin Bulchiinsa Qulqullinaa…
Koorporeeshinichi pirojektoota garaagaraa 102 xumuruun hawaasa fayyadamaa taasisuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa pirojektoota garaagaraa 102 xumuruun hawaasa fayyadamaa taasisuu ibse.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10 ol walitti qabuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10.3 walitti qabuu beeksise.
Hogganaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa Obbo Mogas…
Namoonni seeraan ala boba’aa gurguraa turan 22 to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti namoonni seeraan ala boba’aa dhoksuun gurguraa turan 22 to’atamuu Koomishiniin Poolisii naannicha beeksise.
Komishinarri Ittaanaa…
Ayarlaandi Adeemsa maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa deeggaruuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Ayarlaandi Adeemsa maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa kallattii garaagaraan deeggaruuf murannoo qabaachuu beeksifte.
Ministirri Muummee Itti Aanaa,…
Finfinneetti hojii ittisa yakkaa hojjetameen yakki ciccimoon %31 hir’iseera-KPMF
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)-Hojii ittisa yakka poolisiin hojjeteen yakkoonni ciccimoo jireenya idilee hawaasarratti dhiibbaa uumaa turan %31 hir’isuu Koomishiniin Poolisii Magaalaa…
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera Haqaa fi Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siiviilii Adaamaatti…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Hoggansii fi hojjettoonni Ministeera Haqaa fi Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siivilii magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaabaniiru.
Qaamoleen kunneen Mana…
Hoggantoonni olaanoon magaalichaa Siingaapooritti daawwannaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Magaalaa Finfinnee Siingaapooritti daawwannaa hojii taasiisaa jiru jedhame.
Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Hanga ammaatti biqiltuuwwan biiliyoonni 4 dhaabameera-MQ
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)-Barana biqiltuu biiliyoona 7.5 dhaabuuf karoorfame keessaa hanga ammatti biqiltuun biiliyoonni 4 dhaabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hoggantoonni fi…
Miseensonni MMBU Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa mata Duree “Biyya Bu’uuressu Dhaloota Waaressuu…