Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoon Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) -Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoon sagantaa Ashaaraa Magarisaa sadarkaa naannichatti eegalchiisaniiru.…
Aadde Adaanech sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanech kutaa magaalaa Kolfee…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Ingiliziif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Fdri Dooktar Abiy Ministira Muummee Ingilizii haaraa filaman Kiir Istaamariif ergaa baga gammaddanii dabarsan.
Dooktar Abiy gama…
Dooktar Abiy Ahimad Aarbaa Mincitti haala Piroojektiin maaddiin dhalootaf irra jiru daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Aarbaa Mincitti haala Piroojektiin maaddiin dhalootaf irra jiru daawwataniiru.
Aarbaa Minci biqiltoota…
Pirojektoota Goolabnee Ittiin Bulla Malee Hinbubulchinu-Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Pirojektoota goolabnee ittiin bulla malee, Hinbubulchinu jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti…
Waltajjiin marii waloo bulchiinsa daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa jalqabaa milkaa’inaan…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waltajjiin marii waloo bulchiinsa daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa jalqabaa milkaa’inaan xumurame.
Bulchitoonni daangaa waloo biyyoota lamaanii…
Pirojektoota jalqabne xumurree eebbisuun waadaa galle dhugoomsaa jirra! – BKO
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Piroojektoota naannichaa ijaarsi isaanii xumuramuun eebbifamaa jiran ilaalchisee ibsa kenneera.
Piroojektoota…
Ministirri Muummee Barsiisotaaf beekkamtiin kennan daran akka hojjennuu kan kakaasuudha-WBI
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barsiisonni ijaarsa dhalootaaf gumaacha taasisaniif beekkamtiin kennan daran akka hojjetaniif kaka’umsaa kan uumu…
Fulbaana dhufurraa eegalee lakkoofsa saamuda qonnaa gaggeessuuf qophiin xumuramuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Fulbaana 2017’rraa eegalee sadarkaa biyyaalessaatti lakkoofsa saamuda qonnaa gaggeessuuf qophiin xumuramuun ibsame.
Koreen olaanaan lakkoofsa saamuda…
Ogeeyyiin miidiyaa adeemsa Maree biyyaalessaa keessatti gumaacha taasiisaan cimsanii akka itti fufan…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin miidiyaa Adeemsa Maree biyyaalessaa keessatti gumaacha taasiisaan cimsanii akka itti fufan Komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse.…