Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffiilee misoomaa osoo hin deebi’in bubbulan deebisuuf hojjetamaa jira – Obbo Dabalee Qaabataa
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Jilli Komishinara Komishinii Gumrukaa Obbo Dabalee Qaabataan durfamu Magaalaa Najjootti hawaasa waliin mari’ateera.
Jilichi hojiilee misoomaa fi…
Yaaddannoon Injifannoo Adwaa Finfinneen giddugalaa koonfarnsii akka taatu gumaachaa jira-Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Yaadannoon Injifannoo Adwaa konfiraansiiwwan sadarkaa Afrikaa fi Idil Addunyaa keessummeessuun Magaalaan Finfinnee giddugala koonfiraansii akka…
Raadiyoon qunnamtii garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)-Raadiyoon qunnamtii garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture Ajaja 6ffaa Miseensoota Korii tokkoon to’atamuun ibsame.
Finfinneerra ka’uun bakka Alii…
Jilli Komishinar Dammallash Gabiramikaa’eliin durfamu hoggantoota dhaabbilee poolisii waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Jilli Komishinara Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabiramikaa’eliin durfamu Hoggantoota Iterpoolii fi dhaabbilee Poolisii biyyoota…
Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoonii fi Ministirri Muummee Giinii hojiilee misooma Naannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Juuliiyas Maadaa Baayoo fi Ministirri Muummee Giinii Amaaduu Uurii Baahiin Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa…
Nageenyi Magaalaa Bahirdaar haala amansiisarratti argama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Nageenyi Magaalaa Bahirdaar haala amansiisarratti kan argamu ta’uu ibsameera.
Rakkoo nageenyaa finxaaleyyiin uumaan hordofee lammiilee…
Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni lafa hektaara miiliyoona 1.5 irraa walitti qabame – BQO
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni lafa hektaara miiliyoona 1.5 irraa walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Oomisha walitti…
Dooktar Abiy qaamolee Konfiraansiin Addunyaa Beelarraa bilisaa akka milkaa’u tumsan galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Konfiraansiin Addunyaa Beelarraa bilisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Mariin Komishinarootaa fi bulchitoota daangaa waloo Itiyoo-Jibuutii 28ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Mariin Komishinarootaa fi bulchitoota daangaa waloo Itiyoo-Jibuutii 28ffaan qopheessummaa Itiyoophiyaan Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamuu eegaleera.…
Konfiraansiin Nageenyaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)-Konfiraansiin nageenyaa naannoolee hundaa fi bulchiinsa magaaloota lameeni hirmaachisee Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jraachuun…