Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kontinjantiin leenjii Huursoo loltoota bu’uuraa eebbisaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Giddugala Nagaa Kabachiisaa Raayyaa Ittisaa Biyyaatti Manni Barumsaa Leenjii Kontinjantii Huursoo loltoota bu’uuraa marsaa 8ffaan leenjisaa ture…
Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti pirojektoonni 529 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 268 oliin ijaaraman tajaajilaf qophaa’uun ibsame.
Pirojektoonni kunneen…
Naannoo Harariitti nageenyi jiru hojiileen misoomaa sirnaan akka hojjetaman haala mijataa uumeera…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Nageenyi fi tasgabbiin naannoo Hararii jiru hojiileen misoomaa, hawaasummaa fi diinagdee sirnaan akka hojjetamaniif haala mijataa uumuu Pireezdaantiin…
Lammiileen kumni1 fi 178 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 178 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Balalii marsaa sadii…
Guddinni diinagdee galmaa’ee itti fufiinsa akka qabaatuuf ni hojjetama –Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Guddinni diinagdee galmaa’e itti fufiinsa akka qabatuuf ni hojjetama jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu.…
Magaala Arbaa Mincitti hojiileen misoomni kooriidarii gaggeeffamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Magaala Arbaa Minci, miidhagduu, jireenyaaf mijattuu fi hawattuu taasisuuf hojiileen misooma kooriidarii Birrii miiliyoona 200 oliin gaggeeffamaa…
Itiyoophiyaan waltajjii Idil Addunyaa BRICS irratti walta’iinsa Idil Addunyaa ishee mirkaneessuu…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC) -Fooramiin paartilee siyaasaa Idil Addunyaa Raashiyaa Vilaadivostokitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Hirmaatoonni fooramichaa xumuraa…
Labsii taaksii dabalata qabeenyaa qophaa’aa jiru hojmaata haraa dabaluuf kan dandeessisuudha-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Adeemsa qophiirra kan jiru labsiin taaksii dabalata qabeenyaa (VAT) dandeetii galii walitti qabuu mootummaa kan guddisuu fi hojmaataa hinhammatamne…
Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegaluu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksiise.
Magaalichatti…
Daassenechitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Ambulaansiin Godina Oomoo Kibbaa Aanaa Daassenechirraa dhukkubsataa fe'ee gara Hospitaala waliigalaa Jiinkaatti imala ture garagaluun lubbuun namoota 3…