Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Odeeffannoo sobaa babal’ataa jiru qolachuuf haalaa fi amala miidiyaa jabanaa sirnaan beekuun…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) -Odeeffannoo sobaa babal'ataa jiru qolachuuf haalaa fi amala miidiyaa jabanaa sirnaan beekuun barbaachisa ta’uu Itti Gaafatamaan Sab-Qunnamtii fi…
Hojiileen Misooma Koriidarii Magaalaa Bahir Daar ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daaritti Hojiileen Misooma Koriidarii ifoomeera.
Pirojektichi kiloomeetira 22 kan uwwisu ta’uun ibsameera.…
Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaarratti qooda miidiyaaleen qaban ilaalchisee mariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaarratti qooda miidiyaaleen qaban ilaalchisee Magaalaa Finfinneetti mariin gaggeeffamaa jira.
Daayrektera Olaanaa…
Jilli Obbo Eeliyaas Ummataan durfamu hojiilee misoomaa Aanaa Daallee Waabaraa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Jilli Afyaa’ii Itti Aanaa Caffee Oromiyaa Obbo Eeliyaas Ummataan durfamu Godina Qellam Wallaggaa Aanaa Daallee Waabaraatti Inisheetiviwwan misoomaa…
Qabeenyi kuufamaan naannichaa gara misoomaatti jijjiiramaa jira – Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti nageenya waareessuun qabeenyi kuufamaan gara misoomaatti jijjiiramaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa…
MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii Guutuu naannichaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hojiilee Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii guutuun hojjetaman…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)-Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan…
Lammiileen kuma 1 fi 172 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)-Lammiilee Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kuma 1 fi 172 har’a gara biyyaatti deebi'an.
Guyyaa Har'aa lammiilee deebi'an…
Misooma bunaa babal’isuu irratti dilbii jiru duguuganii hojiitti hiikuuf kuttannoo olaanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Misooma bunaa babal'isuu irratti sochii cimaan jiraatus, dilbii jiru duguuganii hojiitti hiikuuf kuttannoo olaanaa gaafata jedhan Pireezidantiin…
Jijjiirama tarkaanfachiisuun riifoormii dhaabbatummaa saffisaaf gahee olaanaa qaba-F/M Birhaanuu…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Akkuma kutannoon kaane jijjiirama tarkaanfachiisuun riifoormii dhaabbatummaa saffisaaf gahee olaanaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…