Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiirama tarkaanfachiisuun riifoormii dhaabbatummaa saffisaaf gahee olaanaa qaba-F/M Birhaanuu…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Akkuma kutannoon kaane jijjiirama tarkaanfachiisuun riifoormii dhaabbatummaa saffisaaf gahee olaanaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…
MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan Asoosaa galan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa daawwachuuf Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaa galaniiru.
Obbo…
Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa DhMG Deenis Firaansiis waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Deenis…
Eeyyamni manneen barnootaa 41 haqame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Eeyyamni manneen barnootaa 41 haqamuu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullina Leenjii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Abbaan taayitichaa bara…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisa Loon Sanyii Booranaa…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisa Loon Sanyii Booranaa Diida Xuyyuuraa…
Oromiyaatti Pirojektoonni kuma 20 ol Birrii Biiliyoona 79’n ijaaraman xumuramaniiru-Obbo Awwaluu…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni kuma 20 ol Birrii Biiliyoona 79’n ijaaraman xumuramuu Pireezidaantiin Ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Godinichatti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 854 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti pirojektoonni 216 Birrii miiliyoona 854 oliin ijaaraman tajaajilaf qophaa’uun ibsame.
Pirojktoonni kunneen baajata…
Afrikaa fi Laatiin Ameerikaa sagaleen akka dhaga’amuuf dhaabbilee idil addunyaatti bakka bu’umsa…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Sagaleen Afrikaa fi Laatiin Ameerikaa akka dhaga’amuuf dhaabbilee Idil Addunyaatti bakka bu’umsa fooyya’aa qabachuu akka qaban Sadarkaa Ministira…
Obbo Indaashaw Xaasew Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluu Magaalaa Hoosaanaatti eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)–Pireezidaantiin Naannoo Giddugalessaa Itiyoophiyaa Obbo Indaashaw Xaasew sososhii Itiyoophiyaa Qulqulluu mata duree “Magaaloota Qulqulluu Olka’iinsa…
Itiyoophiyaan hariiroo fi tumsa bara dheeraa Chaayinaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Obbo Adam…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo fi tumsa bara dheeraa damee hundaan Chaayinaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii…