Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 6ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2016 Naannoo Oromiyaatti Wiirtuu Qormaataa kuma 1 fi 424’tti kennamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera.…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Singaappoor waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Singaappoor Dooktar Viiviyaan Bilaakarishnaan waliin dhimmoota gamlameerratti…
Deeggarsa namoomaa warraaqsa dandeettii keessoon uwwisuu jalqabneerra-MMI Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa hirkattummaa keessa baasuu fi deeggarsa namoomaa warraaqsa dandeettii keessoon uwwisuu jalqabneerra jechuun Ministirri Muummee Ittaanaan…
Itiyoophiyaa fi Singaappoor damee geejibaa fi dhimmoota gamlameerratti waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaa fi Singaappoor damee geejibaa fi dhimmoota gamlameerratti waloon hojjechuuf waliigltee mallatteessaniiru.
Ministirri Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Singaappooritti sirna moggaasa biqiloota…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti duree Zinnaash Taayyaachoon Singaappooritti Giddugala Biqiloota Biyyaalessaatti sirna moggaasa…
Jilli Jeneral Ababaawu Taaddasaan durfamu sirna kabaja hundeeffamaa waggaa 47ffaa Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Jilli Itaamaajoor shuumii ittaanaa raayyaa ittisa biyyaa Jeneral Ababaawu Taaddasaan durfamu guyyaa hundeeffamaa waggaa 47ffaa Raayyaa Ittisaa…
Dooktar Abiy Ahimad Ministeera Muummee Hindiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministirri Muummee Hindii Nareendiraa Moodii irra deebiin Filannoo Biyyatti injifachuu ilaalchisee ergaa baga…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew giiftii Duree Siingaapoor waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew Giiftii Duree Siingaapoor Loot Looy waliin mari'ataniiru.
Giiftii duree Zinnaash Taayyaachew daawwannaa hojii…
Itiyoophiyaafi Singaappoor hariiroo diinagdee cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaafi Singaappoor hariiroo waloo diinagdee cimsuuf mari’ataniiru.
Daawwannaa hojii Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Singaappooritti…
Lammiileen kumni 1fi 188 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 188 har'a balallii marsaa sadiin gara biyyaa deebi'aniiru.
Ebla 4,…