Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godaantoonni 172 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Embaasiin Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamu Godaantoota 172 gara biyyaa deebisuu ibseera.
Embaasichi dhaabbata Godaantootaa idil addunyaa waliin ta’uun…
Dooktar Abraham Balaay Raayyaan Ittisaa biyyattii diigamuurraa baraaruuf wayita wareegama…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)-Dooktar Abraham Balaay Raayyaan Ittisaa biyyattii diigamuurraa baraaruuf wayita wareegama kaffalanitti qormaataan utuu hinraafamiin miira Itiyoophiyummaan…
Ijaarsi Daandiin Aspaaltii Addeellee-Guraawaa %64.5 qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Ijaarsi Pirojektii Daandii Aspaaltii Addeellee-Guraawaa %64.5rra qaqqabuu Bulchiinsi Daandiiwwan Itiyoophiyaa Damee Dirree Dhawaa ibse.
Kiiloo meetira…
Finfinneetti galmeen waliigaltee seera qabeessaa kireessaa fi kireeffataa Waxabajjii 1 eegala
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Finfinneetti galmeen waliigaltee seera qabeessaa kireessaa fi kireeffataa Waxabajjii 1, 2016 kan eegalu ta’uu Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii…
Mariin Ajandaa Adda baasuu Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture milkaa’inaan xumuramuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Guyyoottan torban darbaniif Magaalaa Finfinneetti marii ajandaa marii biyyaalessaa adda baasuu gaggeeffamaa ture xumuramuu Koomiishiniin Marii biyyaalessaa…
Bu’aa Shaayii fi Mi’eessituurraa Doolaara miiliyoona 30 argachuuf hojjetamaa jira-ATBShI
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Bu'aa shaayii fi mi'eessituurraa sharafa alaa Doolaara miiliyoona 30 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…
Itiyoophiyaanonni 200 Omaan irraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa 200 Omaan irraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.
Lammiilee deebitootaaf deegarsaa…
Labsiin fooyyessa filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itiyoophiyaa ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii fooyyessa filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itiyoophiyaa raggaase.
Mana Marichaatti…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti Giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, teeknooloojji…
Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Kibbaa Itiyoophiyaatti Dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Kibbaa Itiyoophiyaatti dameewwan oomisha huccuuwwanii, sibiilotaa fi bunatti sona dabaluurratti bobba’uuf fedhii…