Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Misgaanuun Ittaanaa Ministira Dhimma AlaaTurkii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan durfamu Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turkii Burhaanetiin Duraan waliin…
Moosaajiin Itiyoophiyaanoonni Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddichaaf deeggarsa daangaa hin qabne itti…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Moosaajiin Itiyoophiyaanoonni Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf deeggarsa daangaa hin qabne itti taasiisuu…
Jilli Itiyoophiyaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaarratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamuu Yaa’ii Waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jirurratti…
Dooktar Abdulaaziz Daawud jila abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Dooktar Abdulaaziz Daawud jila abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin…
Ambaasaaddar Taayyeen Ittaanaa Ministira Muummee Niwuuz Laandi waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Niwuuz Laandi Wiistaan…
Injinar Haabtamuu Tagganyi jila Abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuuda Injinar Haabtamuu Tagganyi jila Abbootii Qabeenyaa Paakistaan waliin mari’ataniiru.
Injinar Haabtamuun,…
Daandiin Qilleensichaa tarree Daandiiwwaan qillensaa Fe’umsaa gara magaalaa Leezhitti taasiisan…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa tarree Daandiiwwaan Qillensaa Fe’umsaa gara Beeljiyeem magaalaa Leezhitti taasiisan kesssatti hammatamuu…
Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaatti Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii gaggeeffamuu eegaleera.
Rakkoolee yeroo garaagaraatti mana…
Rakkoolee jiraniif furmaata waaraa kennuuf waliin mari’achaa waloon hojjechuun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa boqonnaa marii jalqabaa magaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeessaa jira.
Rakkoolee…
Sirni Bulchiinsa galii waloo, qoodinsii fi dabarsi iftoomaa fi itti gaafatummaa qabaachuu qaba…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Naannolee gidduutti guddinni madaalawaan akka jiraatu sirni Bulchiinsa galii waloo, qoodinsaa fi dabarsaa iftoomaa fi itti gaafatummaa qabaachuu akka…