Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Sagantaa Ashaaraa Magariisaarraatti hundi akka hirmaatu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Saganta Ashaaraa Magariisaa bara kanaarratti lammiileen hundi akka hirmaatan waamicha dhiyeessaniiru.…
Biyyoonni Gaanfa Afrikaa afur dhibee beeyladootaa daangaa ce’aa ittisuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Itiyoophyaa, Keeniyaa, Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa dhibee beeyladootaa daangaa ce’aa to’achuu fi ittisuu irratti waloon hojjechuuf waliigaltee Finfinneetti…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 milkiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 milkiin xumuramuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaatilee beeksise.
Tajaajilichi, qormaanni kun…
Bara baajatichaa hojiin dippiloomaasii bu’aa qabeessi galmaa’e-MDhA
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Bara Baajataa xumurame keessa hojii dippiloomaasii bu'aa qabeessa raawwachuu Ministeera Dhimma Alaa beeksise.
Bara baajataa 2016…
Ambaasaaddarootaaf leenjiin kennamaa jiru hojii dippiloomaasii bu’aarratti xiyyeeffate akka…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Ambaasaaddaroota muudamtootaf leenjiin kennamaa jiru hojii dippiloomaasii bu’aarratti xiyyeeffate akka gaggeessan kan tumsu ta’uu Ministir Deetaan…
Kaampii jireenyaa Poolisoota Aviyeeshinii Birri miiliyoona 76.3’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Kaampii jireenyaa Qajeelcha Poolisii Aviyeeshinii Poolisii Federaalaa Birrii miiliyoona 76.3’n ijaarame eebbifame.
Manni jireenyaa kun Daandii…
Itiyoophiyaan ‘UNICEF’ fi ‘UNFPA’waliin waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 86.18…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii (UNICEF) fi Eejensii Fandii Ummataa Mootummoota gamtoomanii (UNFPA) waliin…
Naannichatti hidhattoonni kumni 11 ol waamicha nageenyaa fudhachuun hawaasatti makaman
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti hidhattoonni kumni 11 ol waamicha nageenyaa fudhachuun hawaasatti makamuu Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa naannichaa beeksiseera.…
Mootummaan dargaggootaaf ni dhimmama-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)-Mootummaan dargaggootaaf ni dhimmama jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis gama miidiyaa…
Naannoolee lameen walitti bu’iinsa mariin furuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Walitti bu’iinsa naannawaa daangaa naannolee Afaar fi Somaaleetti mudatan mariin furuuf waliigalteerraa ga’uu Pireezidaantooni Naannolee lameenii ibsan.…