Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoolee lameen walitti bu’iinsa mariin furuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Walitti bu’iinsa naannawaa daangaa naannolee Afaar fi Somaaleetti mudatan mariin furuuf waliigalteerraa ga’uu Pireezidaantooni Naannolee lameenii ibsan.…
Manni marichaa muudamoota garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudamoota garaagaraa raggaasiseera.
Haaluma kanaan:-
1. Obbo Yaabibaal Addis - Hogganaa Biiroo Geejjibaa
2.…
Ministeerichi naannoo Harariif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiise
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) –Ministeerri Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa naannoo Harariif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiiseera.
Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee…
Baajanni bara 2017 Magaalaa Finfinnee Birrii Biiliyoona 230.39 ta’uun ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Baajataa bara 2017 Birrii Biiliyoona 230.39 raggaasiseera.
Manni Marichaa yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu…
Dhaloonni amma carraa hundaatti fayyadamuun maqaa gaarii biyyaatti beeksisuu qaba-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Dhaloonni ammaa carraa argame hundaatti fayyadamuun maqaa gaarii biyyaatti Addunyaatti beeksisuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Dooktar Abiy Ahimad,Itti Aanaa Ministira Muummee, Ministira Alaa fi Ministira Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Itti Aanaa Ministira Muummee, Ministira dhimma Alaa fi Ministira Raayyaa Ittisaa Ayarlaand Miisheel Maartii…
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu Birrii biiliyoona 1.5’n…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)-Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartu Tulluu Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti Birrii biiliyoona 1.5'n ijaarame eebbifameera.…
Sirna bulchiinsa lafaa ammayyaa’aa ta’e diriirsuun weerara lafaa hambisuuf hojii…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Sirna bulchiinsa lafaa ammayyaa'aa ta'e diriirsuun weerara lafaa hambisuuf hojii bal'aan hojjetamaa jiraachuu Biiroo Lafa Oromiyaa ibseera.
Magaalaa…
Shaashamanneetti guyyaa har’aa biqiltuuwwan miiliyoonni 2 ol dhaabamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti duula dhaabbii biqiltuun guyyaa har'aa biqiltuuwwan gosti garagaraa miiliyoonni 2 ol dhaabamaa jira.
Magaalattiitti bara…
Itiyoophiyaan yaa’ii idil addunyaa Faayinaansiin misoomaaf qopheessuuf waliigaltee mallatteessite
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan yaa’ii idil addunyaa Faayinaansiin misoomaaf qopheessuuf Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin waliigaltee mallatteessite.
Yaa’ii…