Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii daran cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii sadarkaa caalutti ceesisuuf waliigalan.
Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqesillaaseen Itti…
Giddugalli Beekumsaa Chaayinaa-Afrikaa-UNIDO tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Giddugalli Beekumsaa Chaayinaa-Afrikaa-Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomanii (UNIDO) Magaalaa Finfinneetti ijaarame eebbifamuun…
Qaamoleen damee Geejjibarratti bobba’an tajaajila tola Ooltummarratti akka hirmaatan gaafataman
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Qaamoleen damee Geejjibarratti bobba’an tajaajila tola Ooltummarratti hirmaachuun dirqamaa lammummaa akka bahatan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Fiildi Maarshaal Birhaanu Juulaan Jila Loltummaa Moorookoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanu Juulaan Jila Loltummaa Moorookoo Meejer Jeneraal Aziiz Idiriisiin durfamu…
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu aanaalee Iluufi Bachootti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalee Iluufi Bachootti hojiilee misoomaa…
Adeemsa Caasaa Paartii Cimaa ijaaruu keessatti gaheen Komishinichaa Olaanaadha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Adeemsa Caasaa Paartii cimaa ijaaruu keessatti gaheen Komishinii Namuusaa fi Inispeekshinii Olaanaa ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa…
Hojiileen tola ooltotaa daangaa ce’oon hojjetaman walooma ummatootaa cimsaa jiraachuun akeekame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Hojiileen tola ooltota daangaa ce’oon gaggeeffaman waloomaa fi tokkummaa ummatootaa cimsaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Naannoon Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Naannoon Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee 6ffaa bakka Pireezidaantiin Naannichaa Xilaahuun Kabbadaan argamanitti Magaalaa Arbaa Mincitti gaggeeffamuu…
Lammiileen miiliyoonni 7 waraqaa Eenyummaa Diijitaalaf galma’uun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti lammiileen miiliyoonni 7 waraqaa Eenyummaa Diijitaala fudhachuuf galma’uu Waajjirri Projektii Waraqaa Eenyummaa biyyaleessaa beeksiise.…
Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa gara biyyaa dhufan simachuun eegalame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaan gara biyyaa dhufan simachuun eegalamuun ibsame.
Itiyoophiyaanonni marsaa 3ffaan gara biyya dhufaan mata…