Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektoonni Maaddii miidhagina ajaa’ibsiisa Itiyoophiyaa ifa baasaniiru-Amb. Naasisee Caalii
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Pirojektoonni Maaddii, miidhagina ajaa’ibsiisa Itiyoophiyaa ifa kan baasanii fi guddummaa mul’ataa kan argisiisan ta’uu Ministirri Tuuriizimii Ambaasaddar…
Ikkoo Riizoortiin Gorgoraa aadaa fi qabeenyaa umamaa biyyaa eegee kan ijaarame naannawaa hawwataa…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Ikkoo Riizoortiin Gorgoraa aadaa fi qabeenyaa umamaa biyyaa eegee kan ijaaraame qabeenyaa tuuriizimii olaanaa fi naannawaa hawwataa ta’uu Dhaabbata…
Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 48 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessaa turan kumni 1 fi 48 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessaa 931…
Dooktar Abiy Ahimad haleellaa Doonaaldi Tiraampi irratti aggaamametti gadduu ibsan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haleellaa Pireezidaantii duraanii Doonaaldi Tiraampi irratti aggaamametti hedduu gadduu ibsan.
Dooktar Abiy…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Ada'aa, Lumee fi Boosatitti hojiilee misoomaa…
Magaalaa Shaggaritti biqiltuu miiliyoona 14 dhaabuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaan Magaalaa Shaggaritti biqiltuuwwan gosa garaagaraa miiliyoona 14 dhaabuuf karoorfamuun ibsame.
Duulli Ashaaraa…
Naannichatti dargagoonni leenjii haaromsaa fudhatan eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti dargagoonni waamicha nageenyaa taasifameen leenjii haaromsaa fudhatan eebbifamaniiru.
Sirnaa eebbichaarratti…
Paartiin Badhaadhinaa gamaaggamaa raawwii karoora 2016 gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Waajjirri Paartiin Badhaadhinaa fi Waajjiraaleen damee paartichaa gamaaggamaa raawwi karoora bara baajataa 2016 gaggeessuu eegalan.
Waltajjicharratti…
Muusaa Faakii Mahammaat Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahammaat Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Mooraa daandii qilleensichaa fi kutaalee…
Piroojektiin Gorgoraa eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti kan argamu Piroojektiin Gorgoraa har'a eebbifameera.
Qaama Piroojektii Maaddiin biyyaaf kan ta'e Piroojektiin Gorgoraa har'a bakka…