Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Sidaamaatti Warshaan Ispoonjii Birrii miiliyoona 800 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti Warshaan Ispoonjii Taabor Foom jedhamu Birrii miiliyoona 800 oliin ijaarame eebbifameera.
Warshicha kan eebbisiisaan…
Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan simachaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan simachaa jiru.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Fiichetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Fiichetti hojiilee misoomaa adda addaa daawwate.
Jilichi…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Shawaa Kaabaatti Hojiilee Misoomaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabira Libaanositti hojiilee misoomaa garaagaraa…
Tajaajilichi hoggantootaa fi hojjettoota namuusa hojii cabsan kuma 1 fi 77 irratti tarkaanfii…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Tajaajilli Elektirika Itiyoophiyaa bara 2016 keessa hoggantootaa fi hojjettoota namuusa hojii cabsan kuma 1 fi 77 irratti tarkaanfii fudhachuu…
Hospitaalli Rifeeraalaa Ajaja Bahaa Sadarkaa 3ffaan ogeeyyii yaala fayyaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Hospitaalli Rifeeraalaa Ajaja Bahaa Sadarkaa 3ffaan ogeeyyii ogummaa yaala fayyaa garaagaraan leenjisaa ture 800 eebbisiiseera.…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Hawaasummaa xumurameera.
Qormaatichi Adoolessaa 3-5, 2016 kennamaa turuun ni yaadatama.…
Bara kana Xaa’oon uumamaa Meetir Kuubiin miiliyoonni 159 ol hojiirra oole – BQO
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Bara 2016 Xaa’oon uumamaa Kompoostiin Meetir Kuubiin miiliyoonni 159 ol lafa hektaara miiliyoona 5.3 irratti hojiirra ooluu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Obbo Aganyawu Tashaagar biyyoota garaagaraa waliin hariiroo paarlaamaarratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar biyyoota garaagaraa waliin hariiroo paarlaamaarratti mari’ataniiru.
Jilaa Obbo Aganyawu…
Qabxiin darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee qabxii darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa magaalichaa ifoomse.
Haaluma kanaan qabxiin darbiinsa qormaataa kutaa 8ffaa…