Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabxiin darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee qabxii darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa magaalichaa ifoomse.
Haaluma kanaan qabxiin darbiinsa qormaataa kutaa 8ffaa…
Magaalaa Aggaaroo fi Kofaleetti Piroojektoonni adda addaa Birrii miiliyoona 584n ijaaraman…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Aggaaroo fi Kofaleetti Piroojektoonni adda addaa Birrii miiliyoona 584n ijaaraman eebbifamaniiru.
Magaalaa Aggaarootti Manneen murtii Aadaa,…
Tajaajillichi galii Birrii biiliyoona 14.7 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa bara baajatichatti galii Birrii biiliyoona 14.7 walitti qabuu beeksiseera.
Daayrektarri Olaantuun Tajaajila…
Piroojektiin jireenya naannawaa Gammoojjii fooyyeessu marsaa 2ffaan ifoome
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Piroojektii jireenya hawaasa naannawaa Gammoojjii fooyyeessu marsaa 2ffaa ifoomeera.
Piroojektiin kun…
Hojii malaammaltummaa hatattamaa ittisuun Birrii biiliyoona 2.8 hannarraa baraarameera-KNFMF
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)-Bara baajataa 2016 hojii malaammaltummaa hatattamaa ittisuu hojjetameen Birrii biiliyoona 2.8 ol hannarraa baraaruun akka danda’ame Komishiniin Naamusaa fi…
Itiyoophiyaan gaa’ila umrii malee fi kittaannaa shamarraanii ittisuun beekkamtii argatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan fuudhaafi heeruma umrii malee fi kittaannaa shamarraanii ittisuun hojii bu’aa qabeessaa hojjetteen Dhaabbata Qorannoo Ummataa Mootummoota…
Godinichatti pirojektiin Finnaa Birrii miiliyoona 564 oliin ijaarame xumuramuun tajaajilaaf baname
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)-Godina Baalee Bahaatti pirojektiin Jallisii Finnaa Kattaa Dibbee birrii miiliyoona 564 oliin ijaarame xumuramuun tajaajilaaf banameera.
Sirnicharratti…
Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti kenni tajaajila lammummaa Gannaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Hoggantuun Liigii Dubartoota Oromiyaa Aadde Saamiyaa Abdallaan Tajaajila lammummaa Gannaa Magaalaa Shaashamanneetti eegalchiisan.
Magaalichatti…
Aadde Adaanech qaamolee raawwii hojii misooma Koriidarii Boolee hordofanii fi deeggaran…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee raawwii hojii misooma Koriidarii Saayitii Boolee hordofanii fi deeggaran galateeffataniiru.…
Faanaa Biroodkaasting Korporeet miseensa buufata Teeleeviizyiinii walitti hidhamiinsa Idil Addunyaa…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Faanaa Biroodkaasting Korporeet miseensa buufata Teeleeviizyiinii Neetwoorkii Miidiyaa Idil Adunyaa BRICS ta’ee hojjechuuf kan isa dandeessisu…