Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Chaayinaan damee diinagdee Itiyoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Chaayinaan damee diinagdee Itiyoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite.
Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo…
Shaashamanneetti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banaman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti Pirojektoonni garaagaraa 65 Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banamaniiru.
Bulchiinsa…
Magaalaa Walisootti Pirojektoonni Misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Walisootti Pirojektoonni garaa garaa Birrii miiliyoona 113 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.
Magaalichatti pirojektoonni…
Dooktar Abiy hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggaman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggamaniiru.
Sosochii…
Shaggaritti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Pirojektoonni Misoomaa fayyadamummaa hawaasaa Mirkaneessaan eebbifamaa jiru.
Haaluma kanaan Magaalaa Shaggar…
2030tti uwwisa bishaan dhugaatii guutuummaatti waliin gahuuf hojjetamaa jira-Dooktar Injiinar…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bara 2030tti tajaajila uwwisa bishaan dhugaatii qulqulluu guutuummaatti waliin gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaalessaa kabachiisuuf miira jaalala biyyaan hojjechuu qabu –…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaalessaa kabachiisuuf miira jaalala biyyaan hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Maamiltoonni haaraan kumni 426 ol fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Baajataa 2016 keessaa Maamiltoonni haaraan kumni 426 fi 290 fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii Idilee 7ffaa gaggeessuu jalqabe
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii Idilee 7ffaa bara hojii 3ffaa, marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasa raawwii hojii bara 2016…
Lammiileen 786 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan 786 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen balallii marsaa…