Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa…
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 32ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
1.Manni…
Sagantaan Indaastiriwwan oomishaa naannoolee walitti bu’iinsi ture deeggaru ifoome
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa fi Tumsitoonni Sagantaa Indaastiriwwan oomishaa Xixiqqaa fi giddugaleessaa naannoolee walitti bu’iinsi ture keessa jiran…
Manni maree Walitti Hidhamiinsa Dhaabbilee Barnootaa olaanoo, Teeknikaa fi Ogummaa, dhaabbilee…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Walitti Hidhamiinsa Biyyaalessaa Dhaabbilee Barnootaa olaanoo, Teeknikaa fi Ogummaa, dhaabbilee qorannoo fi Indaastiriwwanii…
Hooggantoota Afrikaaf hojii ijaarsa dhalootaa kan ta’e sagantaa ijoollummaan duraa irratti…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Guyyoota darban hooggantoota Afrikaaf hojii keenya ijaarsa dhalootaa kan ta'e sagantaa ijoollummaan duraa irratti muuxannoo qoodneerra jedhan Kantiibaan…
Baatiwwan saglan darban lammiilee miiliyoona 2.1f carraan hojii dhaabbii uumame – Aadde Mufariyaat…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Sadarkaa Biyyalessatti Baatiwwan saglan darban lammiilee miiliyoona 2.1‘f carraan hojii dhaabbii uumamuu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa…
Naannichatti Bulchiinsa lafaa, magariisummaa fi seeraa kira mana Magaalaa ilaalchisee waltajjiin…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti Bulchiinsa lafaa, magariisummaa fi seeraa kira mana Magaalaa ilaalchisee waltajjiin biyyaleessaa gaggeeffameera.…
Wabii nyaataa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hojiileen seenaa biyyattii jijjiiran hojjetamaa jiru – Pir.…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa jireenya lammiilee Itiyoophiyaa jijjiiruuf hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Obbo Awwaluun Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Jilli Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan gale
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan galeera.
Obbo Tamasgeen simannaa mootummaan…