Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Awwaluun Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Jilli Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan gale
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan galeera.
Obbo Tamasgeen simannaa mootummaan…
Obbo Musxafeen Warshaa qaamolee konkolaataa walitti hidhu magaalaa Jigjigaatti ijaarame eebbisisan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammad Warshaa qaamolee konkolaataa walitti hidhu magaalaa Jigjigaatti Birrii miiliyoona 250’n ijaarame…
Waldaan Aksiyoonaa Ayyaat Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Waldaan Aksiyoonaa Riil Isteetii Ayyaat Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree 'daandii Qulqulluu –…
Manneen barnootaa bu’uura hojii ijaarsa dhalootati – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa duraa magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Finfinnee daa'imman…
Obbo Fiqaaduu Tasammaan sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu mata duree “Daandii Qulqulluu -…
Yaa’iin waggaa qorannoo Hambaalee gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Yaa’iin waggaa qorannoo Hambaalee Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Ministira Ministeera…
Magaalaa Waachaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 240 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa magaalaa Waachaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 240 oliin ijaarame eebbifamuun…
Sanyiin gaariin har’a facaafnu, bori firii gaarii akka kennu amanuun daa’immannirratti…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hooggantoota Afrikaa biyyoota garagaraarraa muuxannoo qodachuuf dhufan oolmaawwan…
Baankichi Indaastirii oomishaaf liqii Birrii biiliyoona 30 kennuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Baankiin Misooma Itiyoophiyaa baatiwwan saglan darban Indaastirii oomishaaf liqii Birrii biiliyoona 30 kennuu beeksiseera.
Baatiwwan saglan darban…